COVID-19
-
Koroonaa

Omaan, Ityoophiyaa dabalatee imaltoonni biyyoota 10 irraa dhufan gara biyya isii akka hin seenne dhoorkite
Omaan weerara Covid-19 ittisuuf to’annoo kan cimsite yoo tahu, haaluma kanaan torbaan lamaaf Ityoophiyaa dabalatee lammileen biyyoota 10 irraa garas…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

Ruwaandaan talaallii vaayrasii koroonaa kennuu eegalte
Ruwaandaan lammiilee isii haala addaatiin weerara vaayrasii koroonaatiif saaxilamoo ta’aniif, talaallii kennuu akka eegalte beeksiste.Haaluma kanaan hojjattoota seektara fayyaa dabalatee…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

Afrikaan Kibbaa talaalliin kaampaaniin AstraZeneca oomishe gosa vaayirasii haarayaa hin ittisu jechuun uggurte
Afrikaan Kibbaa talaalliin AstraZeneca, akaakuu vaayirasii haarayaa irratti bu’aa ”nama hin gammachisne” mul’isuu erga qorannoon argame booda, talaallicha kennuu dhaabde.Qorannoo…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

Briteen keessatti lakkoofsi namoota vaayirasii koroonaatiin qabamanii miiliyoona 3 dabre
Briteen keessatti akaakuun vaayirasii koroonaa haarayni argamuu eega gabaafamee boodaa, weerarri vaayirasichaa haala hamaa taheen babal’ataa jira. Haaluma kanaan torbaan…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

Lakkoofsi Namoota COVID-19’n qabamanii guutuu Addunyaatti Miliyoona 85 dabre
Gabaasni Yuunivarsiitii John Hopkins irraa argame, guutuu addunyaatti lakkoofsi namoota COVID-19’N qabamanii 85,899,563 , lakkoofsi namoota du’anii immoo 1,858,412 dabru…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Iiraan talaallii COVID-19 biyya keessatti hojjatte yaaluu jalqabde
Iiraan Biyyoota Baha Jiddu galeessaa weerara dhibee koroonaatiin akka malee miidhaman jidduu adda duree tahuun ni beekama. Haata’u malee qoqqobbii…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

Dhaabbatni BioNtech dawaan talaallii COVID-19 kennamaa jiru gosa vaayirasichaa haarayatti mul’ateefis akka hojjatu abdii qabaachuu beeksise
Dawaan talaallii dhibee koroonaa Dhaabbata BioNtech jedhamuun tolchame, addunyaa keessatti fudhatama guddaa argatuun, yeroo ammaa Ameerikaa fi Awrooppaa dabalatee biyyoonni…
Guutuu Dubbisi » -
Awrooppaa

Akaakuun Koronaavaayiraasii haaraan UK keessatti argame sodaa guddaa uume
Qondaaltonni fayyaa UK torban dabre Akaakuun Koronaavaayiraasii haaraan argamu fi kutaalee Ingiliiz hedduu keessatti saffisaan tatams’aa jiraachuu labsan. Ministeerri Fayyaa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Weerarri Vaayirasii koroonaa haarayatti deebi’ee saffisaan babal’ataa jiraatuu ibsame
Guutuu addunyaa keessatti lakkoofsi namoota dhibee koroonaatiin haarayattii qabamanii, deebi’ee haala yaaddessaa taheen dabalaa jira. Dhaabbatni fayyaa addunyaa akka jedhetti,…
Guutuu Dubbisi »










