Tafakkur
-
Og-Barruu
RISAA
RISAAN Allaattiiwwan gurguddoo keessaa isa tokko. Allaatiin kun naannoo tokko tokkotti Culullee jedhama. Naannoo garitti immoo Joobira jedhama. Risaan Allaattii…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu
Fosaa
Maqaan bineensa kanaa Fosaa (fossa) jedhama. Uumamni kun bineensota lama fakkaata. Guddina qaama isaatiin adurreen walitti dhiheenya qaba. Qoffeen isaa…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu
Leenca
Leenci bineensota gurguddoo gootummaan beekaman keessaa sadarkaa duraa irratti argama. Sanyiiwwan adurree ykn ammoo Big Cat jedhaman keessaa guddinaan leencatti…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu
Roophii
Roophiin bineensa bishaan keessa galu keessaa isa tokko. Akkasumas sa’aa gabaabaf lafarra turuu danda’a. bineensi kun ardii Afriikaa keessatti argama.…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu
Flaamingoo
Flaamingoon gosa allaattii keessatti ramadama. Baay’inaanis ardiiwwaan Afriikaa fi Ameerikaa Kibbaa keessatti argama. Naannoo oowwaa Ardii Ameerikaa, Awrooppaa fi Eeshiyaa…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu
Fire fox
Namoonni intarneeta fayyadamnu browser intarneetaa Fire fox jedhamu akka gaaritti beekna. Fire fox jechuun maal jechuudha? Fire fox jechuun maqaa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo
Dhaddee
Dhaddee-Bineensa xiqqaa Leencaa fi Qeerransa ofirraa faccisuu danda’u.Uumamni kun qaama isaa irraa meeshaa waraanaa kan qeerransa ajjeesuu danda’u qaba. Meeshaan…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu
Daara baaftuu (Aaroo)
Uumamni kun Daarabaaftuu ykn Sarariitii jedhama. Nannoo tokko tokkotti Jirbi footuu, Aara’oo ykn Aaroos ni jedhama. Namoonni tokko tokko immoo…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu
Awwaaldiigessa
Maqaan bineensa kanaa jechoota afaan oromoo 2 irraa ijaarame. Awwaalaa fi diigessa. Kan awwaala diigu jechuudha. Uumamni kun Ardii Afriikaa,…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu
Saalaa
Saalaan hoosiftoota Afriikaa fi Eeshiyaa keessatti baay’inaan argaman keessaa isa tokko. Bifaanis bineensa Gadamsa wajjiin walitti dhiheenya qabuudha. Saalaan sanyiiwwan…
Guutuu Dubbisi »