-
Odeeyfannoo

Korri Walii Galaa UN, Wixinee Hamaas balaaleffatu kan Ameerikaan qophaahe kuffise
Ameerikaan “dhaabni Hamaas Gazzaa irraa haleellaan rokkeetii Israa’el irratti raawwataa jiru, yakka shororkeesummaa waan taheef Korri walii gala UN akka…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Paartiileen Siyaasaa Oromoo hala yeroo irratti marii geggeessaan
Marii mata duree “Tokkummaan Ce’umsa gara Sirna Dimookraasii”jedhuun guyyaa har’aa galma giddu gala Aadaa Oromootti geggeeffame irratti, Paartiileen siyaasaa Oromoo…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Muummichi ministeeraa Dr Abiy Ahmad Chaansilarii Ostriyaa waliin mari’ate
Chaansilariin Ostiriyaa Sabastiyaan Kurzi daaw’annaa hujiitiif ganama har’aa Finfinnee kan seene yoo tahu, har’a waaree boodaa mummicha ministeeraa waliin mari’atee…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Mootummaan Yamanii fi Gareen Huusii Siwiidin Keessatti marii jalqaban
Mariin Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitiin qophaayee guyyaa har’aa jalqabame kun, Siwiidin magaalaa Rimbo tan Stockholm irraa kilomeetra 50 fagaattee argamtu keessatti…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Malik Salmaan Amiira Qaxar wal gahii gamtaa biyyoota galoo galaana Arabiyaa irratti akka argamu affeere
Wal gahiin gamtaa biyyoota galoo galaana Arabiyaa (GCC) bara kanaa December 9, 2018 Sa’uudii magaalaa Riyaad keessatti kan geggeefamu yoo…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Mootummaan Yamani fi gareen Huusii Hidhamtoota wal jijjiiruuf walii galan
Qondaaltonni Mootummaa Yaman akka jedhanitti, walii galteen hidhamtoota wal jijjiiruu kun marii nageenyaa torbee dhuftu Siwiidin keessatti geggeessuuf UN qopheessaa…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Lammiileen Indoneezhiyaa mootummaa biyyattii mormuun hiriira bahan
Lammileen Indoneezhiyaa miiliyoona lama ol tahan mootummaa biyyattii mormuun Alhada hardhaa magaalaa Jaakaartaa keessatti hiriira kan bahan yoo tahu, Prezdaant…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Poolisiin Israa’el Muummchi ministeeraa Benjaamiin Neetaaniyaahuu yakka malaamaltummaa raawwachuu beeksise
Poolisiin Israa’el ibsa guyyaa har’aa baaseen, Benjaamiin Neetaaniyaahuu fi haati warraa isaa matta’aa fudhaatanii dhaabbata Telekomnikeeshiinii Bezeq jedhamu karaa seeraan…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Waldorgommiin Hifzii Qur’aanaa Guddaan Magaalaa Finfinnee keessatti geggeefamaa jira
Waldorgommiin Hifzii Qur’aanaa yeroo lammaffaatiif sadarkaa biyyoolessaatti qophaaye kun har’a magaalaa Finfinnee galma Miliiniyeemii keessatti kan jalqabamee yoo tahu, ummanni…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Hoggantoonni biyyoota garee G-20 Arjantiinaa keessatti wal gahii jalqaban
Biyyoonni garee G-20 jedhamuun beekaman biyyoota 19 kanneen diinagdee cimaa qabanii fi Gamtaa Awrooppaa yoo tahan, wal gahii isaanii kan…
Guutuu Dubbisi »










