-
Odeeyfannoo

Hawaasni Muslimaa dararaan Muslimoota Aksuum irra gahaa jiru akka dhaabbatuuf sagalee dhageessise
Guyyaa har’aa Salaata Juma’aa booda hawaasni muslimaa magaala Finfinnee Masjiida Nuuritti, dararaan muslimoota naannoo Tigraay magaalaa Aksuum irra gahaa jiru…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Magaalaa Aksuumitti Salaatni Jum’aa akka hin Salaatamne dhoorkamuu gabaafame
Naannoo Tigraay magaalaa Aksuumitti salaatni Jum’aa boru akka hin salaatamne kan dhoorkame tahuu, odeeyfannoon naannawa irraa nu gahe ni addeessa.…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Xiyyaaronni waraana Ameerikaa haleellaa Afgaanistaan keessatti raawwataniin yoo xiqqaate lubbuu nama 30 galaafatan
Xiyyaaronni waraana Ameerikaa haleellaa Arba’aa kaleessaa kutaa Helmand keessatti raawwatan kanaan, daa’imman fi dubartoota dabalatee namoonni 30 ol kanneen mana…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Paartiin Dimokraatawaa Oromoo (PDO) fi dhaabni Adda Dimokaaraatawaa Oromoo (ADO) walitti makamuuf walii galtee mallatteessan
Itti gaafatamaan ijaarsa siyaasa baadiyyaa ODP Obbo Addisuu Araggaan akka ibsetti, “ummanni paartileen Oromoo akka walitti makaman haaluma gaafachaa tureen…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Bulchiinsi Mootummaa Naannoo Tigraay hidhamtoota 3231 dhiifaman gad lakkisuuf akka tahe beeksise
Hogganaan Biiroo Bulchiinsaa fi Nageenya naannichaa Obbo Takluu Mitikkuu Fana Brookaastiif akka himetti, hidhamtoonni dhiifamaan lakkifaman kunniin kan seera dhiifamaa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Muummichi Ministeeraa Hoggantoota Paartiilee mormitootaa waliin mari’aate
Marii guyyaa har’aa galma Waajjira muummicha ministeeraatti geggeeffame kana irratti, filannoon bara dhufu geggeeffamu ifaa fi haqa qabeessa akka tahuuf,…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Keeniyaan lammiilee Chaayinaa Sadi irratti himannaa malaamaltummaa bante
Lammiileen Chaayinaa Sadan hojjattoota Kaampaanii Daandii Baabura Keeniyaa haaraya ijaaramee yoo tahan, namoonni sadeen qondaaltota yakka malaamaltummaa gurgurtaa tikeetii imala…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Dhaaltuun Gonfoo Sa’uudii Prezdaant Erdogaan waliin wal arganii mari’achuuf kan gaafate tahuu gabaafame
Ministeerri haajaa alaa Turkiyaa Mavlut Kavusoglu gaaffii fi deebisaa gaazexaa Jarman waliin godheen akka jedhetti, Muhammad Bin Salmaan dhimma ajjeechaa…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Balaan Kirkira Lafaa hamaan Lixa Iiraan kan rukute tahuu gabaafame
Balaan Kirkira lafaa Lixa Iiraan naannawa daangaa Iraaq Alhada har’aa rukute kun magnitudii 6.3tti kan shallagame yoo tahu, handhuurri balaa…
Guutuu Dubbisi » -
Awrooppaa

Gamtaan Awrooppaa gaafii Briteen miseensummaa gamtichaatii bahuuf dhiheessite sagalee guutuun fudhate
Hoggantoonni biyyoota gamtaa Awrooppaa 27 Alhada hardhaa wal gahii magaalaa Biraasels keessatti geggeessaniin, gaafii Briteen miseensummaa gamtichaatii bahuuf dhiheessite sagalee…
Guutuu Dubbisi »










