-
Og-Barruu

Allaattii Ija diimaa
Uumamni kun sanyii allaattiiti. maqaan isaatis Luun jedhama. Luun ardiilee Awurooppaa, Ameerikaa fi Eeshiyaa keessa qarqara bishaaniitti dhihaatee jiraata. Allaattiin…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Namticha Gabaabaa Dheeratee Addunyaa Ajaa’ibsiise
Haala ijaarma qaamaatiin eenyummaa namaa yoo ibsan; diimaa dheeraa, furdaa gabaabaa, magaala dheeraa, gurraacha qal’aa jechaa dubbatan. Garuu nama gabaabaa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Guyyaa har’aa hemisfeera kaabaatti Aduun gama tokkoon golgolaayte
Kusuufni Guyyaa har’aa mudate kun hemisfeera jiddu galeessaa irraa kaasee hanga kaabaatti biyyoota heddutti mul’atee jira. biyyoonni Golgolli aduu itti…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Bineensa Farra Ilbiisotaa Tahe
Uumamni kun Ermaayine (Ermine) jedhama. Ermine sanyii Weasel keessatti kan ramadamu yoo ta’u, eddoowwan qabbanaawaa naannawa Ameerikaa kaabaa, Awrooppaa fi…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Bineensa Qaama Hormaataa 4 Qabu
Uumamni kun Awwaaldiigessa qoree qabu jedhamee waamamus, Awwaaldiigessa wajjiin hidhata takkallee hin qabu. Tarii dheerinna qoffee isaa laalanii maqaa kana…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Warri Harka Bitaatiin Waa Dalagu Rakkate
Duudhaa biyyoota garagaraa keessatti harka bitaatiin waa dalaguun akka dogongoraatti laallama. Kanaaf maatiin ijoolleen isaanii wayta harka bitaatiin waa dalagan…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Uumama Qonnaan Bultoonni Ameerikaa Akka Diinaatti Jibban
Uumamni kun sanyiiwwan squirrel keessaa isa irra xiqqaadha. Maqaan isaa chipmunk jedhama. Chipmunk sanyiiwwan 25 kan qabu yoo ta’u, 24…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Daa’ima Bosonaa
Uumamni kun ardii afriikaa keessatti argama. Sanyiiwwan hoosiftootaa dachii tanarra jiran keessaallee, uumama akkaan xiqqaadha. Hedduminaan biyyoota Afriikaa gama kibbaa…
Guutuu Dubbisi »









