-
Koroonaa

Weerarri Vaayirasii Koroonaa haala kamiin sadarkaa ammaa kanarra gahe?
December 31,2019 Mootummaan Chaayinaa dhibeen hin beekamne Magaalaa Wuhaan jedhamtu Keessaatti muldhatu, Biiroo Dhaabbata Fayyaa Addunyaa (WHO) biyyaatti keessatti argamutti…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

COVID-19 UPDATES June 28, 2020
Ityoophiyaa keessatti lakkoofsi namoota vaayirasii koroonaatiin qabamuu mirkanaahe 5,689 gahe Ministeerri Fayyaa Ityoophiyaa ibsa har’a baaseen, sa’aatii 24 darbe keessatti…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Guutuu Addunyaa keessatti lakkoofsi namoota Vaayirasii koroonaatiin qabamanii miiliyoona 10 dabre
Weerarri Vaayirasii koroonaa ji’a jaha dura Chaayinaa keessatti ka’e guutuu addunyaa keessa tatamsa’uun, hanga guyyaa har’aatti namoonni 10,105,629 vaayirasichaan qabamuu…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Indiyaa fi Chaayinaan humna waraanaa dabalataan gara daangaatti bobbaasaa jiraatuu gabaafame
Waldhabbiin Indiyaa fi Chaayinaa jiddutti dhimmaa daangaa irratti ka’e hammaatuun torbee lama dura gara walitti bu’iinsaatti ce’uu gabaafamee ture. Kanuma…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

COVID-19 UPDATES June 27, 2020
Ministeerri Fayyaa Itoophiyaa Qorannoo laaboraatorii sa’aa 24’n dabre keessaatti namoota 5552 taasiifameen namoonni faalaman 145 argamu fi lubbuun nama 5…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Hoggantoonni Ityoophiyaa, Suudaan fi Masri dhimmi hidha laga Abbaay irratti mari’atan
Muummich Ministeera Ityoophiyaa Dr.Abiy Ahmad, Muummichi Ministeera Suudaan Dr. Abdallaah Hamdook fi Prezdaantiin Masrii Abdulfattaah Al Siisii, waamicha gamtaa Afrikaatiin…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

COVID-19 UPDATES June 26, 2020
Ministeerri Fayyaa Sa’aa 24 dabre keessa qoronnoo geggeefameen namoota 250 irratti vaayirasiin koroonaa argamuu beeksise Ministeerri Fayyaa ibsa Jum’aa har’aa…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

COVID-19 UPDATES June 25, 2020
Itoophiyaatti lakkoofsi Namoota COVID-19’n qabamanii 5175 gahe Ministeerri Fayyaa Ityoophiyaa ibsa har’a baaseen, sa’aatii 24 darbe keessatti qorannoo laabratoorii namoota…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Boordiin Filannoo Biyyaalessaa gaaffii Manni Maree Naannoo Tigraay filannoo gaggeessuuf dhiyeesse kan hin fudhanne ta’uu beeksise
Boordiin Filannoo Biyyaalessa Ityoophiyaa, gaaffii Manni Maree naannoo Tigraay filannoo gaggeessuuf boordichi akka raawwachiisuuf dhiyeesse ilaalachisee ibsa baaseen, Manni Maree…
Guutuu Dubbisi »










