-
Eeshiyaa

Gareen Finciltoota Kibba Yaman naannichatti bulchiinsa mataa isaa hundeessuu labse
Finciltoonni Kibba Yaman, kan Mana marii Ce’umsaa Naannawa Kibbaa (STC) jedhamuun beekamu, naannicha mootummaa jiddu galeessaa beekamtii idil addunyaa qabu…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa (WHO) Afrikaa keessatti lakkoofsi namoota Vayirasii koroonaatiin qabamanii saffisaan dabalaa jiraatuu beeksise
WHO’n akka jedhetti, Ardi Afrikaa keessatti lakkoofsi namoota Vayirasiin koroonaa irratti argamuu gabaafame torbee tokkotti 43% akka dabaleefi, kunis weerarri…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Iraan Saatalaayitii tajaajila waraanaa kennitu gara Hawaa erguu beeksiste
Humni Eggumsa Warraaqsa Iraan kan IRG jedhamuun beekamu, Arba’aa har’aa Saatalaayitii tajaajila waraanaa kennitu milkiin gara Hawaatti erguu beeksise. Iraan…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

Bulchiinsi Magaalaa Dirree Dhawaa weerara Vaayirasii Koroonaa to’achuuf sochii bal’aa geggeessaa jiraatuu beeksise
Hoggantuun Biiroo Fayyaa Magaalaa Dirree Dhawaa Aadde Lamlam Bazzaabbih ibsa kenniteen, hanga ammaatti Dirree Dhawaa keessatti Vaayirasichi namoota 8 irratti…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Soomanni Maali?
Soomanni Maali? Sadarkaa soomanaa wajjiin Afaan Arabaatiin Soomana jechuun if qabuudha. Shari’aatti Nyaataa fii dhugaatii akkasumas waan soomana balleeysurraa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Majlisni magaalaa Finfinnee, sirna awwaalchaa raawwatuuf namni 25 ol akka hin argamne beeksise
Qajeelfamoota labsii muddamaa mootummaan tatamsaa’a dhibee Koroonaa-vaayras ittisuuf baase jidduu, namni 4 ol dhimma kamiifuu walitti qabamuun dhorkamee jira. Dhimma…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Indiyaa keessatti dararaan Muslimoota irratti raawwatamu hammaataa dhufuu gabaafame
Weerara Vaayirasii Koroonaa Indiyaa keessatti babal’ataa jiruun wal qabatee, dararaan muslimoota biyyattii irratti raawwatamus kan hammaate tahuu gabaafame. Mootummaan biyyattii…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Ameerikatti Gatiin Boba’aa haala kanaan dura muudatee hin beekneen kufuu gabaafame
Ameerikatti fedhiin bittaa boba’aa dhabamuun, gatiin boba’aa seenaa keessatti yeroo jalqabaatiif zeroo gaditti bu’uun negative seene. Gatiin Negatiiva keessa seene…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Ityoophiyaa keessatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaatin qabamuun mirkanaahee 105 gahe
Ministeerri Fayyaa ibsa har’a baaseen, Sa’aa 24 dabre keessatti qorannaa laabraatoorii namoota 659’f godhameen, namoonni 9 vaayrasii koroonaatiin qabamuun isaanii…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Ameerikaa keessatti namoonni hidda dhaloota Ityoophiyaa qaban 100 ol sababa Vaayirasii koroonaatiin du’uu gabaafame
Ameerikatti ambaasaaddarri Ityoophiyaa Obbo Fitsum Araggaa VOA’f ibsa kenneen, lammiileen Ityoophiyaa fi lammiileen Ameerikaa hidda dhaloota Ityoophiyaa qaban 100 ol…
Guutuu Dubbisi »









