-
Eeshiyaa

Prezdaantii Paakistaan kan duraanii Pervez Musharraf irratti adabbiin du’aa murtaahe
Manni murtii addaa Paakistaan Prezdaantii biyyattii duraanii kana, yakka biyya ganuutiin bakka inni hin jirretti adabbii du’aa irratti murteesse. Jeneraal…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Manni Marii Dhimmoota Islaamaa Ityoophiyaa Kora Walii Galaa geggeessaa ture xumuruu beeksise
Manni Marichaa ibsa har’a waaree booda baaseen, miseensonni mana maree dhimmoota Islaamaa Ityoophiyaa, kora walii galaa kan jalqabaa Muddee 1-4/2012tti…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Balaa konkolaataa Naannoo Amaaraatti muudateen lubbuun namoota 13 darbe
Balaan kun Naannoo Amaaraa bulchiinsa Ummata Awwii aanaa Giwaaguusaa Shigudaad jedhamu keessatti ganama har’aa muudate. Waajjirri poolisii aanichaa, balaan kun…
Guutuu Dubbisi » -
Awrooppaa

Humni galaana Turkiyaa doonii dhaabbata qorannoo Israa’el Galaana Medtiraaniyaan keessaa baase
Dooniin dhaabbata boba’aa Israa’el tun, gara daangaa Cyprus seenuun galaana Meditraaniyaan keessatti hojii qorannoo barbaacha boba’aa irra kan turte yoo…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Prezdaantii Suudaan kan duraanii Umar Al-Bashiir irratti hidhaan waggaa lamaa murtaahe
Prezdaant Umar Hasan Al-Bashiir April dabre aangoo irraa eega fonqolchamee booda, malaamaltummaa fi seeraan ala maallaqa biyyoota biroo dhuunfachuun himatame…
Guutuu Dubbisi » -
Awrooppaa

Filannoo guyyaa kaleessaa Briteenitti geggeeffameen Paartiin Conservative injifate
Filannoo miseensota paarlaamaa ariifachiisaa kaleessa gaggeeffame kanaan, paartiin muummicha ministeeraa Boris Johnson kan biyyattii bulchaa jiru, teessoowwan 360 argachuun sagalee…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Lammileen Itoophiyaa Suudaan jiran “dararamaa jirra”jedhan
Lammileen Itoophiyaa biyya Suudaan magaalaa Kaartuum jiraatan sababa waraqaa jireenyaatiin walqabatee waraana biyyattiin qabamanii manneen hidhaatti kan darbatamaa jiran tahuu…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Haleellaa buufata loltootaa Niijeer irratti raawwatameen loltoonni 71 ajjeefaman
Haleellaa buufata loltootaa lixa Niijeer irratti raawwatameen loltoonni mootummaa 71 ajjeeffamuu, 12 immoo madaa’uu fi akkasumas loltoota hedduu achi buuteen…
Guutuu Dubbisi » -
Awrooppaa

Lammiileen Briteen mana maree biyyattii keessatti bakka bu’oota isaanii filachuuf sagalee kennaa jiran
Ummatni Briteen bara 2016 Gamtaa Awrooppaa keessaa bahuuf rifarandamiin eega murteessee booda, mootummaan biyyattii adeemsa gamticha keessaa bahuu irratti walii…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Paarlaamaan Indiyaa lammummaa ilalchisee wixinee seeraa falmisiisaa tahe raggaasise
Wixineen seeraa Paarlaamaan Indiyaa sagalee dhiphaan raggaasise kun, baqattoota biyyoota ollaa sadi irraa gara Indiyaa seenaniif lammummaa kennuu kan hayyamu…
Guutuu Dubbisi »










