-
Odeeyfannoo

Godinaalee Oromiyaa heddu keessatti mormiin cimaan kan geggeeffamaa jiru tahuu beekame
Halkan edaa waardiyyoonni Aktiivist Jawaar Muhammad eeggumsa naannawa mana isaatti geggeessaa turan dhiisanii akka bahan ajajamuun eega ibsamee booda, godinaalee…
Guutuu Dubbisi » -
Kaanaadaa

Filannoo Paarlaamaa Kaanaadaa Wixata kaleessaa geggeeffameen Paartiin biyyattii bulchaa jiru injifate
Filannoo Kaanaadaa kaleessa geggeeffame kanaan Paartiin Liberals kan yeroo ammaa biyyattii bulchaa jiru barcuma muraasaan kan injifate yoo tahu, haaluma…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Sagantaan og-barruu Islaamaa magaalaa Daseetti gaggeeffamuuf ture dhoorkamuu gabaafame
Naannoo Amaaraa magaalaa Daseetti sagantaan og-barruu Islaamaa “Minber Multimedia Production”qopheesse, guyyaa har’aa galma Aadaa Walloo kan magaalaa Daseetti gaggeeffamuuf karoorfame…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Lammiileen Lubnaan labsii gibiraa fi qajeelfama diinagdee mootummaan haarayatti baase mormuun hiriira geggeessaa jiran
Lammiileen Lubnaan labsii gibira dabalataa mootummaan Appilikeeshinota tajaajila wal qunnamtii kennan, kanneen akka whatsApp ilaalchisee baase mormuun, khamiisa dabre daanditti…
Guutuu Dubbisi » -
Awrooppaa

Paarlaamaan Briteen Sanadii walii galtee haala biyyattiin Gamtaa Awrooppaa keessaa baatuun ibsu (Brexit deal) ammas kuffise
Rifarandamii June 23, 2016 geggeeffameen, umaatni Briteen Gamtaa Awrooppaa keessaa bahuuf sagalee caalmaa taheen eega murteessee booda, mootummaan biyyattii…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Haleellaa Boombii Afgaanistaan keessatti raawwatameen yoo xiqqaate lubbuun nama 62 dabruu gabaafame
Haleellaan kun Afgaanistaan naannawa Nangrahar jedhamu keessatti ummata salaata Jum’aatiif masjiida keessa ture irratti kan raawwatame yoo tahu, namoota 62…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Bulchiinsi Naannoo Tigraay barattoota haaraya bara kana Yunivarsiitiiwwan Naannoo Amaaraa keessatti argamanitti ramadaman garasitti kan hin ergine tahuu beeksise
Itti gaafatamaan waajjira barnoota Naannoo Tigraay Obbo Gabramasqal Kahsaay ibsa guyyaa har’aa kenneen “bulchiinsi naannoo Tigraay, barattoota haaraya gara Yunivaristiiwwan…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo Biyyaa

Godina Baalee magaalaa Oborsootti Masjidni guddaan eebbifame
Masjidni kun bu’uurefamni isaa bara 1930 keessa yoo tahu, dhiibbaa sirnoota mootummaa dabraniin irratti godhamaa tureen, yeroo mootummaa HaayilaSillaasee keessa…
Guutuu Dubbisi » -
Awrooppaa

Briteen fi Gamtaan Awrooppaa adeemsa Briteen gamticha keessa baatuun ilaalchisee walii galtee haaraya irra gahuu beeksisan
Prezdaantiin Komishiinii Gamtaa Awrooppaa Jean-Claude Juncker ibsa kenneen, walii galteen ammaa kun gamni lamaanuu akka hin miidhamnetti kan qophaaye tahuu…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Turkiyaan Finciltoonni Kurdi hidhannoo yoo hiikkatan duula Kaaba-baha Suuriyaa keessatti jalqabde kan dhaabdu tahuu beeksiste
Prezdaantiin Turkiyaa Rajab Xayyib Erdogaan, ibsa arba’aa arraa keennen, Finciltoonni Kurdi kan kaaba baha Suuriyaa keessatti maandheffatan hidhannoo kan hiikkatanii…
Guutuu Dubbisi »










