-
Odeeyfannoo

Aalimni Guddaan Biyya Keennaa Sheik Sa’id Ahmad Musxafaa gara biyyaatti deebi’uuf
Sheikh Sa’id roorroo mootummaan biyyattii isaan irraan gahaa ture jalaa baqatuun, waggoota 24 oliif biyya ormaa keessa jiraataa turan. Jijjiirama…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Balaa Konkolaataa magaalaa Saqqaa keessatti muudateen lubbuun nama 5 darbe
Ganama hardhaa Godina Jimmaa aanaa Saqqaa Coqorsaa magaalaa Saqqaatti, Konkolaataan lama walitti bu’uun lubbuun namoota 5 battalumatti kan darbe yoo…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Godina Harargee Bahaa Aanaa Cinaqsanitti lolli akkuma itti fufetti jira
Aanicha keessatti guyyoota lamaan darban haalli nageenyaa Tasgabbaa’ee kan ture tahus, guyyaa hardhaa Weerara Liyyuu Polisiin Mootummaa Naannoo Somaalee ummata…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Hawaasni Muslimaa magaalaa Harar walgahii prezdaantiin majliisa naannichaa duraanii waame hordofuun mormii geggeesse
Torbee darbe keessa Manni Marii dhimmoota Islaamaa naannoo Hararii prezdaantii majliisa naannichaa kan ture Muhammad Saabit aangoo irraa kaasuun Sheikh…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Jeequmsa Ahbaashonni Masjiida Shawaa Barri keessatti kaasaniin namoonni 11 miidhaman
Masjiida Shawaa Barri kan naannoo Amaaraa magaalaa Deeseetti argamutti kaleessa galgala namoonni amantaa Ahbaash hordofuun waggoota 7 darban hawaasa muslimaa…
Guutuu Dubbisi » -
Awrooppaa

Balaan Ibiddaa Giriik keessatti ka’e yoo xiqqaate lubbuu nama 60 galaafate
Balaan Ibiddaa kun kan ka’e magaalaa Matiis jedhamtu tan naannawa magaalaa guddoo Ateensitti dhihaattee argamtuutti yoo tahu,balaa kanaan lubbuun namoota…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Waraanni mootummaa Dambii Doolloo keessatti Dubartii ulfaa ajjeesse
Halkan edaa namoonni jaha dubartii ulfaa ciniinsuu irra turte qabatanii Bajaajiidhaan gara hospitaalaa imalaa osoo jiran, humnoonni mootummaa dhukaasa bananiin…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Itoophiyaa, Eertiraa fi Emreets, Abu Dabii keessatti mari’ataa jiru
Muummichi ministeeraa Dr Abiy Ahmad fi Prezdaantiin Eertiraa Isaayyaas Afaworqii guyyaa har’aa gara Abu Dabii imaluun Dhaaltuu Gonfoo Emreets Muhammad…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Yahuudonni Isra’eel 1000 tahan humnaan Mooraa Masjidal_Aqsaa weeraran
Qubattoonni Yahuudotaa 1000 ol tahan Alhada har’aa poolisoota Isra’eeliin deeggaramuun moora Masjiidal-aqsaa kan weeraran tahuu qondaaltonni Falasxiin beeksisan. Qondaala bulchiinsa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Walitti bu’iinsa magaalaa Goobbaa keessatti uumameen lubbuun namoota torbaa dabre
Guyyaa kaleessaa irraa jalqabee magaalaan Goobbaa jeequmsa hamaa keessa kan jirtu yoo tahu, humnoonni tika mootummaa hawaasa magaalattii sabaa fi…
Guutuu Dubbisi »










