-
Og-Barruu

Qaama ilma namaa keessaa isa kamtu haalaan ulfaata?
Gaafii kana nama hedduuf osoo dhiheessinee, gariin garaacha gariin ammoo sammuu jechuu danda’a. Qaama ilma namaa hoggaa jennu, qaama kophaa…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Qeerransa
Biyya keenya keessatti, bineensota kabajaa guddaa qaban keessaa tokko qeerransa. Qeerransi gootummaadhaan beekama. Namni gootummaa ilma ofiitiif damboobatu maqaa qeerransoo…
Guutuu Dubbisi » -
Tana Quba Qabduu

Bosona hidda muka tokkoo qofa qabu beektuu?
Addunyaa tanarra sanyiin mukaa heddutu jira. Odaa, Qilxuu, Birbirsa, Gaattiraa, baargamoofi mukkeen heddutu dachii tanarra jira. Akkuma hedduun keenya beeynu…
Guutuu Dubbisi » -
Tafakkur

Awwaannisa
Ilbiisota keessaa kan namni heddu beeku Awwaannisa. Guddinni awwaannisaa ilbiisota jiddu galeessa ta’an keessatti ramadama. Ilbiisni kun naannoo margaafii biqiltoonni…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Gaala
Kanaan dura Allaattii dheeraa (Guchii) fi bineensa dheeraa (Sattawwaa) isiniif dhiheeysuun keenya ni yaadatama. Barreeffama kana keessattis bineensa guddaa dheeraa…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Ajaa’iba amaloota Rabbi bineensotaa kenne keessaa muraasa
Waqtii ganni galu dachiin Roobaan jiitee, biqiltoonni gosa hedduu biqiluu eegalu. Ilbiisonniifi lubbu qabeeyyiinis wayta kana dachiirratti baayyatu. Wayta ganni…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Suudaan keessatti fonqolchi mootummaa geggeeffamaa jiraatuu gabaafame
Muummicha Ministeeraa Suudaan Abdallaah Hamdook dabalatee qondaaltonni mootummaa biyyattii hedduun, humna waraanaa hanga ammaatti eenyummaan isaanii hin beekkamneen to’annoo jala…
Guutuu Dubbisi »










