-
Odeeyfannoo

Sheikh Huseen Alii gara ganda Aakiraatti godaanan
INNAALILLAAHII WA’INNAA ILEEYHII RAAJ’UUN Masjida guddicha Anwaar kan magaalaa Finfinneetti itti aanaa Imaamaa tahuun kan tajajilaa turan Sheikh Huseen Alii…
Guutuu Dubbisi » -
Tafakkur

Al-Khaaliq:-Rabbii Waan hunda dhabama irraa uume/tolchee argamsiise
Wantoota hundaa kan uumee Rabbii tokkicha. Wantoonni naannoo keenyatti arginu hundi gara Khaaliqaa (Uumaa) akeeku. “Ani mataa kootin of uumuu…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

Guutuu addunyaa keessatti lakkoofsi namoota Covid-19’n du’anii miiliyoona said dabruu ibsame
Daayrekatarri Dhaabbata Fayyaa Addunyaa (WHO) kaleessa ”addunyaan lakkoofsa namoota Covid-19 qabamanii isa olaanaatti dhiyaachaa jirti,” jechuun eega akeekkachiisee booda, ragaan…
Guutuu Dubbisi » -
Ibaadaa

Arkaana Soomaa
Akkuma maalummaa isaa irraa hubannutti soomni ruknii lama qaba.1- Waan sooma nama fursiisu irraa baha fajriitii eegalee hanga lixa aduutti…
Guutuu Dubbisi » -
Ibaadaa

Soomanni gaachena ta’ee badii irraa nama tiksa
Abaa Hureyraa irraa akka odeeffametti Rasuulli ((SAW)) akkana jedhan : “Rabbiin jabaan ol tahe akkana jedhe: ‘soomni qofti osoo hafuu…
Guutuu Dubbisi » -
Akhlaaqa

Bara dheengaddaa jaallan waliin soommanaa baane meeqa if biraa dhabne?
Duuti saamtuudha. Nama hedduutu biyyee uffatee, Rabbii isaatin wal gahe. Rabbi haa araaramuuf, Jannataan Rabbi haa qananiisu.Nus gaafa asii godaannu…
Guutuu Dubbisi » -
Fayyaa

Gorsa Haakimaa:Yeeroo Ifxaaraa Soomana akkamitti furuu qabna?
Gorsa Haakimaa:Yeeroo Ifxaaraa Soomana akkamitti furuu qabna?Akkuma woliigalaatti yeroo Ifxaaraa waan dhangala’aa ta’e fudhachuudha: bishaan, nyaata dhangala’a heddu of keessaa…
Guutuu Dubbisi » -
Ibaadaa

Maaltu Soommana cabsa?
1. Nyaachuu(الأكل): Afaaniin nyaachuu qofaa miti, qoricha bakka nyaataafi dhugaatii bu’u fayyadamuunis dhoorkaadha. Namni dhukkubsateefi dulloomee qulusiin umrii qabde Soommana…
Guutuu Dubbisi » -
Ibaadaa

DHAAMSA RAMADAANAA
Simannaa Ramadaanaa Nagayni haa dursu. Ummata keenya! Warra baranaa kan bara hedduu. Baga Rabbi ji’a kabajamaa, ji’a guddaa Qur’aanni keessatti…
Guutuu Dubbisi » -
Ibaadaa

Hadiisa Ergamaa Rabbii ((SAW)) kana hubadhaatii itti fayyadamuu yaalaa
Abuu Hurayraa (ra) irraa odeeffamee ni jedhe : Ergamaan Rabbii ((SAW)) akkana jedhan: “Yeroo ji’a Ramadaanaa irraa halkan jalqabaa argame…
Guutuu Dubbisi »










