-
Odeeyfannoo

Yaa’iin Waliigalaa Majliisa Federaalaa torban dhufutti dabarfame
Yaa’iin waliigalaa majliisa Federaalaa Sabtii boruu irraa hanga Alhada iftaaniitti guyyoota lamaaf magaalaa Finfinnee Hootela Sharaatanitti geggeeffamuuf, Koree boordii majlisichaatiin…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Saamiyaa Suluhu Hasan Prezdaantii Taanzaaniyaa tahuun muudamte
Saamiyaa Hasan Itti aantuu Prezdaant Joon Magufuulii kan turte yoo taatu, du’a Prezdaantichaa kaleessa labsame hordofuun, Saamiyaa Hasan sirna muudamaa…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

Prezedaantiin Taanzaaniyaa Joon Magufuuliin du’e
Hoggantoonni Paartii mormituu Taanzaaniyaa torbee tokko dura Prezedant Joon Magufuliin Covid-19 qabamee hospitaala Keeniyaatti yaalamaa akka tureefi, boodarra dhukkubbiin itti…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

Ministeerri Fayyaa Ityoophiyaa weerarri Covid-19 too’annoon ala ta’uu mala jechuun akeekkachiise
Ityoophiyaa keessatti weerarri vaayirasii koroonaa akkaataa kanaan dura hin mul’atiniin garmalee dabalaa jiraachuu Ministeerri Fayyaa biyyattii beeksise. Hoggantuun Ministeera Fayyaa…
Guutuu Dubbisi » -
Awrooppaa

Mootummaan UK Itoophiyaa dabalatee biyyoota Afur irraa imaltoonni biyya isaa akka hin seenne dhorke
Mootummaan Ingiliiz sodaa COVID-19’n gosti haarawni biyya kiyya ni seena jedhuun, Bitootessa 19,2021 irraa kaasee, Itoophiyaa dabalatee, Omaan, Soomaliyaa fi…
Guutuu Dubbisi » -
Ibaadaa

Baatiin Sha’abaanaa Baatii Dalagaan ilma Namaa Gama Rabbii Ol fuudhamtu
Dalagaan ilma nama torbaanirraa guyya isniinaa fi Khamisaa gama rabbi olfuudhamti; amatarraa ammoo baati Sha’abaanaa olfuudhamti.Ergamaan Rabbii (SAW) akkana jedhan:…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Boordiin Majliisa Federaalaa Yaa’ii Waliigalaa Yaame
Manneen marii dhiimmoota Islaamummaa naannoolee fi koreen boordii Majliisa Federaalaa, Manni marii Ulamaa Itoophiyaa Yaa’ii waliigalaaa akka waamu gaafataa turan,…
Guutuu Dubbisi » -
Akhlaaqa

Shakkii malee Qiyaaamaan ni dhufti!
Akkuma garru kana taphaafi qoosaan Social Media fudhatee jira. Namni waa’ee Rabbii urgeeffatee raabsu muraasa. Keessattuu TikTok irraa baasa dhageenya.…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo Biyyaa

Manni marii olaanaan Dhimmoota Islaamummaa Godina Shawaa Kaabaa Yaa’ii walii galaa geggeessaa jira
Manni marii olaanaan Dhimmoota Islaamummaa Godina Shawaa Kaabaa har’a Bitoteeysa 5/2013, majlisoota aanaalee godinicha jalatti argamanii hirmaachisuun, Yaa’ii walii galaa…
Guutuu Dubbisi » -
Akhlaaqa

Akkamitti nama gorsina?
Jecha bareedaa filatanii namatti dubbatan malee nama arrabsaa ykn namaan lolaa nama hin gorsan.Rabbiin Subhaanahu wa ta’aalaa nabi Muhammadiin (SAW)…
Guutuu Dubbisi »










