-
Awrooppaa

Iddoon Awwala Muslimootaa jarraa 12 ol lakkoofsise Ispeen keessatti argame
Ardii Awrooppaa Kaaba Ispeen keessatti iddoon awwaala Muslimootaa jarraa heddu lakkoofsise argame. Iddoon awwaalchaa kun magaalaa Zaragoza jedhamtu keessatti ijaarsa…
Guutuu Dubbisi » -
Awustraaliyaa

Awustiraaliyaan yakka waraanaa loltoonni isii lammiilee Afgaanistaan irratti raawwataniif dhiifama gaafatte
Loltoonni Awustiraaliyaa qaama waraana idil-addunyaa Ameerikaan hogganamuu ta’uun Afganistaan keessa turan, lammiilee Afgaanistaan heddu seeran ala akka ajjeesaa turan qorannoo…
Guutuu Dubbisi » -
Awrooppaa

Manni Murtii Siwiidiin uggura Hijaabaa barattoota Muslimaa irra kaahamee ture kuffise
Manni marii bulchiinsa magaalaa Skurup kan kaaba biyyattiitti argamu, bara dabre barattoonni shammaran Muslimaa umrii 13 gad tahan, mana barnootaatti…
Guutuu Dubbisi » -
Awrooppaa

Poolisiin Niiwu Ziilaand Dubartoota Muslimaatiif Uffannaa Hijaabaa Hayyame
Adeemsi hijaaba yuunifoormii poolisii keessa galchuu bara 2018, yeroo miseensonni poolisii manneen barnootaa sadarkaa lammaffaa biyyattii daawwatan irraa kan eegale…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Appilikeeshiiniin ‘Muslim Pro’ jedhamu odeeyfannoo daataa fayyadamtootaa Waraana Ameerikaatti gurgurata jedhu haale
Miidiyaan “Vice”jedhamu Wixata kaleessaa akka gabaasetti, Waraanni Ameerikaa daataa namoota dhuunfaa dhaabbilee appilikeeshiinii irraa kan bitu akka taheefi, Appilikeeshinoota dhoksaan…
Guutuu Dubbisi » -
Ibaadaa

Duniyaa irraa dantaa dhabi!
Gurbaan tokko ergamaa Rabbii Muhammad ((SAW)) tti dhufee ” yaa Ergamaa Rabbii! Dalagaa yoonin isii dalage Rabbii fi namnilleen na…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Fooramiin Ulamoota Itoophiyaa, Kanaadaatti argamu, Rakkoon Majlisa keessa jiru akka furmaata argatu gaafate
Waldaan Ulamoota Itoophiyaa biyyoota alaa jiraatanii (International Forum of the Ethiopian Muslim in Diaspora) jedhamu kan Kanaadaatti argamu, ibsa November…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Qondaaltonni Filannoo Ameerikaa Komii Prezdaant Traamp kuffisan
Filannoo Prezidaantummaa Ameerikaa torban dabre geggeeffame, Itti aanaan prezdaantii duraanii Joo Baayideen sagalee barbadamuu ol argachuun, morkataa isaa kan amma…
Guutuu Dubbisi »










