-
Koroonaa

Ameerikaa keessatti lakkoofsi namoota vaayirasii koroonaatiin qabamanii miiliyoona 10 dabre
Ameerikaan Arba’aa kaleessaa lakkoofsa namoota guyyaa tokkotti vaayirasii koroonaa irratti argame guddaa galmeessitee jirti. Galmeen projektii waa’ee vaayirasii koroonaa hordofuu…
Guutuu Dubbisi » -
Akhlaaqa

Lafa tanarratti qixa Nabi Muhammad(SAW) namni haqa dalage hin jiru
Hadiisa Aa’ishaan odeysiteen, gaaftokko intala warra Al Makhzuumiyyaa takkaatu waa hate. Inatala warra guddaati. Hanna isii kanaaf harki irraa muramuun…
Guutuu Dubbisi » -
Awrooppaa

Bataskaanota Kaatolikii Biritaaniyaatti argamanitti yakki gudeeddaa Kuma hedduutti lakkaawamu raawwatamuun gabaafame
Dhaabbanni The Independent Inquiry into Child Sexual Abuse(IICSA) jedhamu kan haleellaa fi gudeeddaa saalaa ijjoolee irratti raawwatamu falmu gabaasa baaseen,…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Boordiin Majlisa Federaalaa Tarkaanfii Manni Marii Ulamaa Itoophiyaa Obbo Kamaal Haaruun koree Boordii irraa ugguruuf fudhate kuffise
Manni marii Ulamaa Itoophiyaa, barreessaa boordii Majlisa Federaalaa Obbo Kamaal Haaruun sababoota, maallaqa baasii fi gaalii Hajjii bara 2011 saamuu,…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Masjiidni beekamtii mootummaa qabu Griik magaalaa Ateens keessatti baname
Bulchiinsi Usmaaniyyaa waggaa 200 dura Griik lakkisuun eega bahee booda, Masjiidni magaalaa gudditii biyyattii keessatti akka hin ijaaramne dhoorkamee ture.…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

Talaalliin vaayirasii Koronaatiif hojjatame tokko vaayirasicha 90% ol kan nama irraa ittisu tahuu ibsame
Kaampanoonni qoricha talaallii kana hojjatan Pfizer fi BioNTech jedhaman milkaayinni talaallii kanaa ‘saayiinsii fi namoomaaf guyyaa guddaadha’ jedhan.Talaallin kun namoota…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

Lakkoofsi Namoota COVID-19’n qabamanii guutuu Addunyaatti Miliyoona 50 dabre
Guutuu addunyaa irraa hanga guyyaa harraatti namoonni 50.591,307 dhibee kanaan qabamuu, miliyoonni 1.26 ol immoo lubbuu dhabuu fi akkasumas namoonni…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Tarkaanfiin Majlisni Federaalaa Obbo Kamaal Haaruun irratti fudhate kan shiraati jadhame
Majlisni Federaalaa xalayaa har’a Koree Boordii Obbo Kamaal Haaruuniif barreesseen miseensummaa irraa kan uggure tahuu beeksise. Majlisni Federaalaa xalayaa kana…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

“Faransaayi ejjannoo ergamaa Rabbiitiif qabdurraa deebi’uu qabdi.”
Ministeerri haajaa alaa Faransaayi Jean Yves, uggura hawaasni Muslimaa Faransaa irra kaayan irratti marihachuuf biyya Masrii jira. Marii tana gurraa…
Guutuu Dubbisi » -
Breaking

Joo Baayidan Prezdaantii Ameerikaa 46ffaa tahuun filatame
Filannoon Prezdaantummaa Ameerikaa bara 2020 geggeefamaa ture injifannoo Paartii Dimokraatootan goolabame. Haaluma kanaan kaadhimamaan Paartii Dimokraat kan ta’e Itti aanaan…
Guutuu Dubbisi »









