Og-Barruu
Discover a world of captivating literature in Nuuralhudaa’s ‘Og-Barruu’ category. Immerse yourself in the wonders of nature, unbelievable histories, life advice, health insights, and fascinating science articles. Explore the beauty of knowledge and inspiration through our diverse collection of literature.
-

Yoo Hammaama hin qabaanne, intala fuudhuu hin dandeessu!
Gaa’elli sirna wajji jireenya ilma namaati. Ilmi namaa umriin fuudha fi heeruma gahe hundi hawwiin isaa guddaan gaa’ela. Namuutuu nama…
Guutuu Dubbisi » Qixa Muhammad(SAW) nama Rabbi abdate lafti tun baadhattee hin beettu.Qophii: Osman Abduletif
Gaaftokko ergamaan Rabbii faan duula Zaatu-Riqaa’ duuluuf bahan. Osoo deemanii laga Mukkeen qabu tokkotti dhufan. ‘Asitti haa boqannu’ ja’anii yaabbii…
Guutuu Dubbisi »-

Aduunis yeroo murtaaye qabdi
وَٱلشَّمۡس٠تَجۡرÙÙŠ Ù„ÙÙ…ÙØ³Û¡ØªÙŽÙ‚َرّٖ لَّهَاۚ ذَٰلÙÙƒÙŽ تَقۡدÙير٠ٱلۡعَزÙيز٠ٱلۡعَلÙيم٠٣٨ “Aduunis hanga daangaa Murtaaheetti deemti. Sun murtee Rabbii hinjifataa waa hunda…
Guutuu Dubbisi » -

Riqicha Daawwitii irraa hojjatamerra qaxxaamurtuu?
Akkuma beekamu riqichi sibiilaafii dhakaa jajjabaan ijaarama. Ummanni baadiyaatis wayta riqicha ijaarratu, jirma gurguddaa humna jabaa qabu walitti hidhee ittiin…
Guutuu Dubbisi »









