Og-Barruu
Discover a world of captivating literature in Nuuralhudaa’s ‘Og-Barruu’ category. Immerse yourself in the wonders of nature, unbelievable histories, life advice, health insights, and fascinating science articles. Explore the beauty of knowledge and inspiration through our diverse collection of literature.
-

Osoo hundi keenya qaceellee waan tahu beytuu?
Ajaa’iba. Osoo dhugaan waan ergamaan Rabbii(SAW) nuttiin dhufe qalbiin teenya amantee, osoo dhugaan ajaja Rabbii fudhannee waan dhoorkamnerraa fagaannee silaa…
Guutuu Dubbisi » -

Dilii fi Towbaa
Dhaamsa ajaa’ibaa Ibnu Qayyim al Jowziin dubbate tana laalaa! Dilii fi Towbaa irraa haasawee.. “Namni Dilii ifii irraa sodaachuu qaba.…
Guutuu Dubbisi » -

Muuziqaan Haraamaa?
©Ustaaz AbdulJabbaar Aliyyii Gaafataa : Sheekha Muuziqaan Haraamaa? Sheekha : Ee Haraama. Akka Haraam tahe siif deebisuun dura, mee Wellisaa…
Guutuu Dubbisi » -

Salaatni Madda Gammachuutti
“‹”‹Hoggaa yaaddoofi muddamni itti dhufe ergamaan Rabbii(SAW) Salaatatti ariifata. Salaata hedduu jaalata. Jaalala Salaataaf qaburraa kan ka’e “yaa Bilaal, (Salaataan)…
Guutuu Dubbisi » -

Maaliif Uumamne?
Rabbin guddaan Akkas jedheØ£ÙŽÙÙŽØÙŽØ³ÙبْتÙمْ أَنَّمَا خَلَقْنَاكÙمْ عَبَثًا وَأَنَّكÙمْ Ø¥Ùلَيْنَا لَا ØªÙØ±Ù’جَعÙونَ Kaayyoo malee akkanumatti bilaash waan isin uumne seetanii, isin…
Guutuu Dubbisi » -

Sadarkaan dubartiin Islaamummaa keessatti qabdu maal fakkaata?
Ergamaan Rabbii ( (SAW)) Akkas jedhan من عال جاريتَيْن ØØªÙ‘ÙŽÙ‰ ØªØ¨Ù„ØØ§ ،جاء يومَ القيامة٠أنا وهو .وضمَّ Ø£ØµØ§Ø¨ÙØ¹ÙŽÙ‡ (رواه مسلم)…
Guutuu Dubbisi » -

Dargaggummaa
Qiyaamaa gaafa aduun gad dhihaattee sammuu namaarra dhuftee nama danfistu, warra gaaddisa Arshii Rahmaan jala turee oowwa san humaa hin…
Guutuu Dubbisi » -

Kanadaan Appilikeeshina Telefoona nama dhibee COVID-19’n faalame adda baasu hojjatte
Muummichi ministeera Kanadaa Justin Trudeau “Appilikeeshiniin bilbila ammayyaa ‘COVID Allert’ jedhamu kun kalaqa haarawa dhibee kana ittisuuf fayyaadu” jedhe. Akkasumas…
Guutuu Dubbisi »










