Tafakkur
Tafakkur
Kutaa kana keeysatti uumamaalee Rabbiin guddaan uumee addunyaa tana ittiin guute waliin tafakkurra.
-

Akkaataa Uumama Aananii
Qophii : Abu Ibtisam Rabbiin keenya ilma namaatiif fakkeenya heddu kennee jira. Ilma namaattu qalbii isaa hagoo tanaan waa xiinxalluu…
Guutuu Dubbisi » -

Mu’jizaa Qur’aanaa, Orbiitii Plaaneetotaa
Qophii: Abu Ibtisam Dachii irra dhaabbannee yoo gara samii ol ilaallu, urjiilee iddoo adda addaa qabatanii tarree galan argina. Samiinis…
Guutuu Dubbisi » -

Oktopas/Octopus
Qophii: Abu Ibtisam Oktopas uumama dachii tanarra jiran keessaa kan ajaa’ibaati. Maqaan oktopas jedhu jecha Griik irraa kan dagaage yoo…
Guutuu Dubbisi » -

Waa’ee qaama keenyaa hagam takka beeyna?
Avreejiidhaan onneen teenya daqiiqaa tokko keessatti yeroo 80 dhahatti. Saa’aa tokko keessatti yeroo 4,800 jechuudha. Kana jechuunis guyyatti yeroo…
Guutuu Dubbisi » -

Mixii
Qophii: Abu Ibtisaam Mixiin uumama akkaan xiqqaa keessaa isii takka. Akkasumas lafa lubbu qabeeyyiin jiraatan hundatti argamti. Naannawa qabbanaawaa akka…
Guutuu Dubbisi » -

Gaara
Nama meeqatu faayidaa gaaraa beeka laata? Gaarreen amala akkamii akka qaban xiinxallinee hubannee jirraa? Deebisaa gaafilee kanneen lamaanii hubatuudhaaf jecha,…
Guutuu Dubbisi » -

Qaajjibbuu (DeathStalker Scorpion)
Gosti Qaajjibbuu kanaa maqaalee heddu qaba. Isaan keessaa Qaajjibbuu Israa’el, Qaajjibbuu Omdurman, Qaajjibbuu gammoojjii maqaalee jedhaniinis ni beekama. Hammeenyaa fi…
Guutuu Dubbisi »










