Odeeyfannoo Biyyaa
Odeeyfannoo Biyyaa Teenyaa Guutuu
-

Ityoophiyaa keessatti lakkoofsi namoota vaayirasii koroonaatiin qabamuu mirkanaahe 131 gahe
Ministeerri Fayyaa Ityoophiyaa ibsa har’a baaseen, sa’aatii 24 darbe keessatti qorannoo laabratoorii 1408 geggeesseen, nama tokko irratti vaayirasiin koroonaa argamuu…
Guutuu Dubbisi » -

Mariin mata duree “COVID-19, filannoo dheeressuu fi filannoo seeraa”jedhuun gaggeeffamaa jiraatuu ibsame
Filannoon bara kanaa sababa weerara COVID-19 kan hin geggeeffamne tahuu eega ibsamee booda, akkaataa heera biyyattiitiin xumura ji’a Hagayya dhufuu…
Guutuu Dubbisi » -

Bulchiinsi Magaalaa Dirree Dhawaa weerara Vaayirasii Koroonaa to’achuuf sochii bal’aa geggeessaa jiraatuu beeksise
Hoggantuun Biiroo Fayyaa Magaalaa Dirree Dhawaa Aadde Lamlam Bazzaabbih ibsa kenniteen, hanga ammaatti Dirree Dhawaa keessatti Vaayirasichi namoota 8 irratti…
Guutuu Dubbisi » -

Majlisni magaalaa Finfinnee, sirna awwaalchaa raawwatuuf namni 25 ol akka hin argamne beeksise
Qajeelfamoota labsii muddamaa mootummaan tatamsaa’a dhibee Koroonaa-vaayras ittisuuf baase jidduu, namni 4 ol dhimma kamiifuu walitti qabamuun dhorkamee jira. Dhimma…
Guutuu Dubbisi » -

Ityoophiyaa keessatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaatin qabamuun mirkanaahee 105 gahe
Ministeerri Fayyaa ibsa har’a baaseen, Sa’aa 24 dabre keessatti qorannaa laabraatoorii namoota 659’f godhameen, namoonni 9 vaayrasii koroonaatiin qabamuun isaanii…
Guutuu Dubbisi » -

Ameerikaa keessatti namoonni hidda dhaloota Ityoophiyaa qaban 100 ol sababa Vaayirasii koroonaatiin du’uu gabaafame
Ameerikatti ambaasaaddarri Ityoophiyaa Obbo Fitsum Araggaa VOA’f ibsa kenneen, lammiileen Ityoophiyaa fi lammiileen Ameerikaa hidda dhaloota Ityoophiyaa qaban 100 ol…
Guutuu Dubbisi » -

Chaayinaan jila ogeeyyota fayyaa gara Ityoopiyaa ergite
Jilli ogeeyyota fayyaa Chaayina miseensota 11 qabu har’a Finfinnee kan seene yoo tahu, Ministeerri Fayyaa Dr.Liiyaa Taaddasa buufata Xiyyaara Booleetti…
Guutuu Dubbisi » -

Dhalattoonni Magaalaa Baddeeysaa, Harka Qalleeyyiif deeggarsa doolaara 50,000 walitti qaban
Weerara dhibee Koroonaa Vaayiras jalaa baraaramuuf uggura labsame hordofuun bakka hedduutti sochiin hawaasaa dhaabbachuun ni beekkama. Uggura kana keessa ammoo…
Guutuu Dubbisi » -

Jam’aan barattoota Muslimaa magaalaa Balee Gasgaar Abbootii warraa 63 tahaniif deeggarsa godhan
Godina Arsii magaalaa Balee Gasgaaritti Jam’aan barattoota Muslimaa, lammiilee naannoo Soomaalee irraa buqqifamanii aanicha qubsiifaman, abbootii warraa 63 iif deeggarsa…
Guutuu Dubbisi » -

Jam’aan dargaggoota Muslimaa magaalaa Finfinnee harka qalleeyyiif deeggarsa walitti qabaa jiran
Jam’aan dargaggoota Muslimaa magaalaa Finfinnee wal ijaaruun rakkoo harka qalleeyyiirra sababa dhibee Koroonaa-vaayrasiif gahu damdamachiisuuf sochiitti jiran. Dargaggoonni kunneen tokko…
Guutuu Dubbisi »










