Odeeyfannoo Biyyaa
Odeeyfannoo Biyyaa Teenyaa Guutuu
-

Sagantaan Eebba fi Tumsa Tv Nuuralhudaa Godina Arsii Magaalaa Sireetti geggeeffame
Sagantaan Eebbaa kun hawaasa muslimaa magaalaa aanaa Siree magaalaa Sireetiin kan qophaa’e yoo tahu, keessumoonni iddo gara garaa irraa dhufan…
Guutuu Dubbisi » -

Ityoophiyaan labsii Gamtaan Biyyoota Arabaa raggaasise balaaleffatte
Gamtaan biyyoota Arabaa dhimma hidha laga Abbaay ilaalchisee ijjannoo Masri deeggaruun wixinee dhihaateef kaleessa raggaasisuun eega dhagahamee booda, Ityoophiyaan murtii…
Guutuu Dubbisi » -

Magaalaa Hurrumuutti Masjiidaa fi Madrasaa ijaaruuf birriin 2,000,000 ol walitti qabame
Godina Iluu Abbaa Boor aanaa Hurrumuu magaalaa Hurrumuutti, guyyaa har’aa Konfiransiin guddaan geggeeffame, kaayyoon konfiransii kanaa magaalaatti keessaatti masjidaa fi…
Guutuu Dubbisi » -

Markazni Ibaadurrahmaan barattoota 80 Hifzii qur’aanaatiin leenjisaa ture eebbisiise
Markazni Ibaadurrahmaan Godina Arsii Lixaa Aaanaa Dodolaa Ganda Sinaana Baaqaatti kan argamu yoo tahu, barattoota 80 Hifzii qur’aanaatiin leenjisaa ture…
Guutuu Dubbisi » -

Kutaalee Biyyattii Hedduutti Tajaajilli ibsaa addaan Cite
Magaalaa Finfinnee dabalatee magaaloota biyyatti hedduutti galgala irraa kaase tajaajilli ibsaa (elektiriikii) addaan cituu dhagahame, Daayrekterri kominikeeshinii humna elektiriika Itoophiyaa…
Guutuu Dubbisi » -

Itoophiyaatti Namni tokko Dhibee Vaayirasii Koronaan Shakkamee qorannoon taasifamaafi jira
Ministeerri Fayyaa Ityoophiyaa, namni Chaayinaa irraa gurraandhala 15,2012 gara Ityoophiyaa dhufe tokko, dhibee Vaayirasii Koronaan shakkamee qorannoon godhamaafii jiraatuu beeksise.…
Guutuu Dubbisi » -

Godina Arsii Aanaa Roobee magaalaa Roobeetti barattoota Muslimaa sababa Jilbaabaaf dararuun itti fufee jira
Manneen barnoota sadarkaa 1ffaa fi 2ffaa magaalaa Roobeetti, torbaan dabre keessa barattoonni shamarranii “Jilbaaba uffattanii mana barumsaa seenuu hin dandeessan”…
Guutuu Dubbisi » -

Ityoophiyaan Marii dhimma hidha laga Abbaay irratti marsaa kana geggeessuuf karoorfame irratti kan hirmaanne tahuu beeksiste
Mariin hidha laga Abbaay ilaalchisee Ityoophiyaa, Masri fi Suudaan jiddutti jaarsummaa Ameerikaa fi Baankii Addunyaatiinn kanaan dura jalqabamee ture, marsaa…
Guutuu Dubbisi » -

Himatni namoota 63 kan sarbaminsa mirga namoommaa fi malaammaltummaan shakkamanii adda cituun ibsame
Abbaan alangaa waliigalaa Federaalaa ibsa har’a baaseen, himatni namoota 63 kan yakka malammaltummaa fi sarbaminsa mirga namoommaan shakkamanii dhimmi isaanii…
Guutuu Dubbisi » -

Magaalaa Sigimootti leenjiin Ulamootaa fi Du’atoota Keenname
Godina Jimmaa aanaa Sigimoo magaalaa Sigimootti mataduree itti gaafatamummaa ulamoota jedhuun, ulamoota fi du’atoota masjidoota 23 irraa walitti dhufaniif Keenname…
Guutuu Dubbisi »










