Odeeyfannoo Biyyaa
Odeeyfannoo Biyyaa Teenyaa Guutuu
-

Markazni Al Rayyaan kan magaalaa Shashamannee guyyaa boruu Eebbifama
Markazni Al Rayyaan kan mooraa masjida Hamzaa keessatti ijaarame, Ijaarsi xumurame guyyaa boruu october 13,2019 iddoo Ulamaa’onni gurguddoon biyya keenyaa…
Guutuu Dubbisi » -

Aanaa Doddotaa magaalaa Dheeraatti Walgahiin Hawaasa Muslimaa guddaan geggeeffame
Kayyoon walgahii kanaa hawaasa muslimaa fi Ulamaa’ota aanaalee godina Arsii fi aanaalee godina Shawaa bahaa wal barsiisuu fi akkasumas dhiimmoota…
Guutuu Dubbisi » -

Balaa Makiinaa Naannoo Amaaraa Aanaa Saqooxaatti mudateen lubbuun nama 17 dabruu gabaafame
Balaan kun naannoo Amaaraa bulchiinsa sablammii Waag Himraa aanaa Saqooxaatti, guyyaa kaleessaa naannawa sa’aa 11:00 kan muudate yoo tahu, Makiinaan…
Guutuu Dubbisi » -

Komishiniin Poolisii Magaalaa Finfinnee Hiriirri guyyaa boruu Addabaabaayi Masqalaatti geggeeffamu kan hin jirre tahuu beeksise
Gareen “BALDIRAAS”jedhee of mooggaase karaa midiyaalee hawaasaatiin, onkololeessa 2,2012 guyyaa boruu magaalaa Finfinneetti hiriira waamuu hordofuun, Komishiniin poolisii magaalaa Finfinnee…
Guutuu Dubbisi » -

BADHAASA NOOBELII
Badhaasni Noobelii yoom jalqabe? Badhaasni Noobelii bara 1895 nama maqaan isaa Alfred Nobel jedhamu kan lammii Iswidiin ta’een jalqabame. Alfred…
Guutuu Dubbisi » -

Magaalaa Baddeysaatti mucaa boolla keessa bu’e baasuuf carraqaa osoo jiran namoonni afur kan biroo lubbuu dhaban
INNAA LILLAAHI WA INNAA ILEEYHI RAAJI’UUN! Godina Harargee lixaa magaalaa Baddeysaatti kaleessaa(October 9,2019) mucaan umrii 13 tokko Salaataaf Wudu’achuuf osoo…
Guutuu Dubbisi » -

Waldaan gargaarsa Mustaqbal sagantaa dhiiga gumaachuu marsaa 15ffaa geggeese
Waldaan gargaarsa Mustaqbal Muslimoota biyya keenyaatiin hundeeffamee hojii tola ooltummaa gara garaa irratti hojjeta. Guyyaa kaleessaa October 6,2019 sagantaa gumaata…
Guutuu Dubbisi » -

Madrasaan Ilmu Diiniyyaa magaalaa Sanbateetti eebbifame
Naannoo Amaaraa godina addaa Oromiyaa aanaa Jillee Dhummuugaa magaalaa Sanbateetti kan ijaaramaa ture madrasaan Ilmu-Diiniyyaa October 5,2019 eebbifame. Madrasaan kun…
Guutuu Dubbisi » -

Ramaddiin barattoota dhaabbilee barnoota ol’aanoo bara 2012 ifa tahe
Ejansiin Madaallii Barnootaa fi Qormaata Biyyoolessaa ibsa baaseen, barattoonni bara kana qabxii seensa dhaabbilee barnoota ol’aanoo argatan hundi, ramaddii isaanii…
Guutuu Dubbisi » -

Godina Booranaa Aanaa Dirreetti dhibee ‘Kalaazar’jedhamuun namni 20 ol lubbuu dhabuu gabaafame
Dhibeen kun dhibee Tisiisa biyyoo(sand fly) jedhamuun namarraa namatti daddarbu yoo ta’u, aanicha keessatti eega mul’ate bubbuleera. Dhibee kanaan haga…
Guutuu Dubbisi »










