Odeeyfannoo Biyyaa
Odeeyfannoo Biyyaa Teenyaa Guutuu
-

Godina Harargee Lixaa Aanaa Daroolabuu Magaalaa Gaadullootti Sagantaan Muhaadaraa guddaan geggeeffame
Kaayyoon Sagantaa kanaa masjiida kanaan dura gareewwan maqaa amantaa Waaqeffataatiin socho’an diiganii turanĀ deebisanii ijaaruuf deeggarsa walitti qabuuf yoo tahu,…
Guutuu Dubbisi » -

Konfiransiin Islaamaa guddaan Godina Booranaa Magaalaa Meggaatti geggeeffamaa jira
Konfiransiin hara’a jalqabame kun guyyaa boruutis kan itti fufu yoo tahu, Ulamaa’onni fi Ustaazonni iddoo gara garaa irraa affeeraman, akkasumu…
Guutuu Dubbisi » -

Sagantaan Marii fi Tumsa Miidiyaa Nuuralhudaa Magaalaa Dannab Guddootti geggeeffamaa jira
Sagantaan Marii fi Tumsa Miidiyaa Nuuralhudaa hawaasa muslimaa godina Arsii aanaa Jajuu magaalaa Dannab Guddootiin qophaa’e haala hoo’aa ta’een geggeeffamaa…
Guutuu Dubbisi » -

Jilli Ulama’oota fi Hayyoota 28 of keessatti hammate gara biyya imaluuf qophii kan xumure tahuu gabaafame
Jilli kun Ulamaa’otaa fi Hayyoota biyya keenyaa Ameerikaa, Eeshiyaa fi Awurooppaa keessa jiraatan kan of keessatti hammate yoo tahu, Kiibxata…
Guutuu Dubbisi » -

Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa gabaasa “paayileetiin Xiyyaara kufee leenjii gahaa hin qabu”jedhu soba jechuun haale
Gaazexaan New York Times fi Reuters paayileetiin xiyyaara Ityoophiyaa torbe darbe kufee lubbuu namoota 157 galaafate ofaa ture ‘leenjii barbaachisu…
Guutuu Dubbisi » -

Godina Wallagga Lixaa aanaa Najjootti namoonni 5 humnoota hidhattootaan ajjeefamuu gabaafame
Biiroon dhimmoota Kominikeeshiinii Oromiyaa ibsa baaseen, namoonni shanan har’a Bittoteessa 10, 2011 ganama naannoo sa’aa 1:30tti ganda Humna Waaqayyoo jedhamuu…
Guutuu Dubbisi » -

Lakkoofsi ummataa fi Manneenii Bittoteessa 29 ni jalqabama jedhamee ture yeroo birootti kan dabarfame tahuu gabaafame.
Sababa hanqina nageenyaa fi tasgabbii eeruudhaan gaaffii naannoleen muraasni dhiheessan irratti hundaayuun mootummaan komishiinichi qophii jalqabe akka addaan kutu kan…
Guutuu Dubbisi » -

Godina Jimmaa Magaalaa Limmuu Sunxuutti Sagantaan Muhaadaraa guddaan geggeeffame
Kaayyoon Sagantaa Muhaadaraa kanaa ijaarsa masjiidaatiif galii walitti qabuu yoo tahu, abbootiin qabeenyaa fi hawaasni muslimaa magaalattii lakkoofsaan heddu tahe…
Guutuu Dubbisi » -

Sagantaan Marii fi Tumsa Miidiyaa Nuuralhudaa Magaalaa Aboomsaatti geggeeffamaa jira
Godina Arsii aanaa Arba Guuguu magaalaa Abboomsaatti sagantaan Marii fi Tumsa Miidiyaa Nuuralhudaa hawaasa muslimaa naannichaatiin qophaa’e bifa ho’aan kan…
Guutuu Dubbisi » -

Aalimni biyya Keenyaa Guddaan Dr Jeylaan Khadiir Konkolaataa badhaafaman
Aalimni biyya keenyaa guddaan Dr Jeylaan Khadiir hanga har’aatti Makiinaa ittiin socho’an kan hin qabne yoo tahu, daldaltoonni magaalaa Finfinnee…
Guutuu Dubbisi »










