Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Suurawwan Iid alfixrii bara 1440 (2019) Biyyoota Addunyaa garagaraa
Madiinaa Masjiida Qubaa Maleeziyaa Magaalaa Kuwaalalampuur Albaaniyaa Magaalaa Tiraana Kashmiir Magaalaa Katamanduu Turkiyaa Magaalaa Istaanbuli Indiyaa Magaalaa Mumbaay Libiyaa Magaalaa Triipoolii…
Guutuu Dubbisi » -

Gamtaan Afrikaa wal gahii ariifachiisaa har’a geggeesseen Suudaan miseensummaa gamtichaa irraa uggure
Manni marii nageenyaa Gamtaa Afrikaa ibsa baaseen akka jedhetti, hoggantoonni waraana Suudaan taayitaa humnaan qabatan hanga mootummaa ce’umsaa siviilotaan hogganamutti…
Guutuu Dubbisi » -

Waraanni Suudaan tarkaanfii humnaa mormitoota irratti fudhateen yoo xiqqaate nammoonni 100 ol ajjeefaman
Waraanni Suudaan March11/2019 prezdaantii biyyattii duraanii Umar Al-Bashiir fonqolchuun taayitaa eega qabatee booda, hanga filannoon geggeeffamutti waggaa lamaaf biyya bulchuuf…
Guutuu Dubbisi » -

“‹”‹Sagantaa Tumsaa fi Eebba TV NUURALHUDAA Magaalaa JIDDAA
Baga Rabbiin Ayyaana Iidal Fixrii bara 1440’tiin isin gahe jechaa, Hawaasni Muslimaa biyya keenyaa Sa’uudii magaalaa Jiddaatti argamu, ayyaana iidaa…
Guutuu Dubbisi » -

Prezdaantiin Somaaliyaa Daawannaa hujitiif Finfinnee seenee
Jilli mootummaa Somaaliyaa prezdaant Muhammad Abdullaahi Muhammadiin durfamu kun ganama har’aa Finfinnee kan seene yoo tahu, Muummicha ministeeraa Dr Abiy…
Guutuu Dubbisi » -

Gamtaan Biyyoota Islaamaa qabsoo walabummaa Falasxiin gama hundaan kan deeggaru tahuu beeksise
Hoggantoonni biyyoota miseensa gamtichaa walgahii Sa’uudii magaalaa Kabajamtuu Makka keessatti geggeessan Sabtii har’aa xumuruun ibsa kan baasan yoo tahu, biyyoota…
Guutuu Dubbisi » -

Kaffaltiin Hajjii Bara Kanaa birrii 78,150’tti gad bu’uu ibsame
Manni Marii Dhimmoota Islaamaa Sirna Hajjii bara kanaa ilaalchisee qophii godhaa kan jiru tahuu fi hanqinoota kanaan dura turan fooyyessuuf…
Guutuu Dubbisi » -

Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Ejensiin Baqattootaa, UNHCR, baqattoota muraasa Liibiyaa keessaa baasuu beeksise
UNHCR ibsa baaseen akka jedhetti, baqattoota lammiilee biyyoota Baha Afrikaa lola Liibiyaa keessatti adeemaa jiruun wal qabatee, magaalaa Triipoolii keessatti…
Guutuu Dubbisi » -

Hoggantoonni biyyoota Arabaa dhimma nageenya baha jiddu galaa irratti wal gahii ariifachiisaa geggeessaa jiran
Sa’uudii fi Emreets haleellaan boombii dhiheenya biyyoota lamaan keessatti buufataalee boba’aa fi Markabootaa Boba’aa fe’atan irratti raawwatame, iraaniin kan qindaaye…
Guutuu Dubbisi » -

Manni Marii Walii galaa Dhimma Islaamaa Ityoophiyaa hanqina maallaqaa isa mudateef deeggarsa hawaasa Muuslimaa fi abbootii qabeenyaa gaafate
Walitti qabaan Mana Marii Ulamotaa Muftii Haaji Umar Idriis ibsa har’a kennaniin akka beeksisanitti, majliisni Federaalaa sadarkaa hojjattootaaf mindaa kaffaluu …
Guutuu Dubbisi »










