Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Ameerikaan Wixinee seeraa Falasxiinotaaf ittisni akka godhamuuf mana marii nageenyaatiif dhihaate kuffiste
Duguuggaa Sanyii Isra’eel dhiheenya kana Gaazaa keessatti raawwatte hordofuun, Kuweeyt Wixinee seeraa Falasxinotaaf ittisni akka godhamu gaafatu, Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti…
Guutuu Dubbisi » -

Donaald Traamp mariin hoogganaa Kooriyaa Kaabaa waliin karoorfate irratti kan hirmaatu tahuu beeksise
Traamp Torbee dabre keessaa sagantaa Marii Kim Jong-Un waliin Singaapor keessatti Jun 12tti karoorfame irratti kan hin hirmaanne tahuu beeksisee…
Guutuu Dubbisi » -

Bulchiinsi Magaalaa Sabbataa Masjiida Seeraan galmaaye diiguuf akeekkachiisa baase
Bulchiinsi magaalaa Sabbataa Masjiida Hamzaa kan naannawa Furii jedhamu ganda 04 keessatti argamu guyyaa 7 booda diiguuf akeekkachiise. Bulchiinsi magaalattii…
Guutuu Dubbisi » -

Kitaabni Hiikaa Qur’aanaa Afaan Oromootiin qophaa’e Eebbifame.
Kitaabni hiikan Qur’aana Kabajamaa Afaan Oromootiin qophaa’e guyyaa kaleessaa biyya Sa’udii magaalaa Riyaaditti kan Eebbifame tahuu beekame. Sagantaa Eebbaa kana…
Guutuu Dubbisi » -

Paarlaamaan Denmark seera Niqaaba uffachuu dhoorku raggaasise
Wixineen seeraa Mootummaa Denmarkiin qophaayee Khamisa har’aa Paarlamaan raggaasifame kun August 1/2018 irraa jalqabee hujii irraa kan oolu tahuun beekameera.…
Guutuu Dubbisi » -

Dargaggoonni Magaalaa Awwadaay irraa qabamanii mana hidhaa Dirree Dhawaatti hidhaman ammas mana murtii deddeebifamaa jiru
Dargaggoonni kunniin weerara liyyuu pooliisiin naannoo Somaalee daangaalee Oromiyaa keessatti geggeessan hordofuun, dhalattoota Somaalee magaalaa Awwadaay keessa jiraatan ariitan akkasumas…
Guutuu Dubbisi » -

Baqataa Addunyaa Ajaa’ibsiise, Mahmuduu Gassaamaa
Mahmuuduu Gassaamaa lammii Maalii yoo tahu umriin isaa 22. Mahmuuduun baqqattoota lammiilee Afrikaa heddu waliin baatii muraasa dura karaa seeraan…
Guutuu Dubbisi » -

Hoogganaa paartii Ginboot 7 obbo Andargaachawu Tsiggee dabalatee namoonni 500 ol hidhaa irraa lakkifaman
Hoogganaan olaanaa Dhaabbata Ginboot 7 obbo Andaargaachawu Tsiggee mootummaa Itoophiyaatiin himatamee bakka inni hin jirretti adabbiin du’aa itti murtaayee ture.…
Guutuu Dubbisi » -

Abbaan Alangaa Federaalaa himannaa Miidiyaalee fi namoota lamaa addaan kute
Abbaan Alangaa Federaalaa himannaa, miidiyaalee teessoo isaanii biyya alaa tahe OMN fi ESAT akkasumas himannaa obbo Jawaar Muhammadii fi Dr…
Guutuu Dubbisi » -

Aanaa Nansaboo keessatti balaa sigiga lafaatiin lubbuun namoota 22 dabre
Godina Arsii Lixaa Aanaa Nansaboo ganda Tulluu Goolaa buufata Beloo jedhamu keessatti, kaleessa galgala naannawa Sa’atii tokkoo irratti Rooba cimaa…
Guutuu Dubbisi »










