Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa qorannoo Dawaa Hydroxychloroquine irratti geggeessaa ture addaan kutuu beeksise
WHO’n kanaan dura Dawaan dhukkubaa Busaatiif oolu kan Hydroxychloroquine jedhamu, waldhaansa dhibee vaayirasii koroonaatiifis tahuu mala abdii jedhuun, guutuu addunyaatti…
Guutuu Dubbisi » -

Hidhattoonni Raashiyaan deeggaraman Liibiyaa lakkisanii bahuu gabaafame
Qondaaltonni Waraana Raashiyaa fi hidhattoonni 1200 ol maallaqaan bitamanii Liibiyaa keessatti garee Jeneraal Khaliifaa Haftaar cinaa hiriiruun lolaa turan, Alhada…
Guutuu Dubbisi » -

Muummichi ministeera Israa’el Yakka Malaamaltummaatiin himatamee mana murtiitti dhihaate
Muummichi ministeera Israa’el Benjaamin Netaaniyaahuu Yakka malaamaltummaa cimaa taheen himatamee Alhada har’a mana murtiitti kan dhihaate yoo tahu, hogganaan Israa’el…
Guutuu Dubbisi » -

Itoophiyaatti lakkoofsi Namoota COVID-19’n qabamanii 582 gahe
Itoophiyaan sa’aa 24’n dabre keessa namoota 4048 qorannoo COVID-19 kan goote yoo tahu, namoota 88 irratti dhibeen kun kan argame…
Guutuu Dubbisi » -

Ityoophiyaa keessatti lakkoofsi namoota Vaayirasii koroonaatiin qabamuu mirkanaahee 494 gahe
Ministeerri Fayyaa Ityoophiyaa ibsa har’a baaseen, sa’aatii 24 darbe keessatti qorannoo laabratoorii 3,757 geggeesseen, namoota 61 irratti vaayirasiin koroonaa argamuu…
Guutuu Dubbisi » -

Ardii Afrikaa Keessatti lakkoofsi namoota Vaayirasiin koroonaa irratti argamuu mirkanaahee 100,000 dabre
Biyyoonni Addunyaa weerarri vaayirasii koroonaa dursee keessatti babal’atee ture muraasni, tamsa’ina vaayirasichaa to’achuuf carraaqqii cimaa godhaniin lakkoofsi namoota vaayirasichaan haarayatti…
Guutuu Dubbisi » -

Manni Marii Ulamaa Itoophiyaa ummanni Salaata Iidaa manatti akka Salaatan murteesse
Manni Marichaa ayyaana Iidul fixrii bara 1441 ilaalchisee ergaa ‘baga ittiin isin gahe’ jettu eega dabarseen booda, Jidduu kana dhukkubni…
Guutuu Dubbisi » -

Paakistaan keessatti xiyyaarri imaltoota 100 ol fe’atee ture kufuu gabaafame
Qondaaltonni Siviilaviyeeshiinii biyyattii Jum’aa har’aa ibsa baasaniin, Xiyyaarri hojjattoota dabalatee imaltoota 100 ol fe’atee ture magaalaa Kaaraachii keessatti kufuu beeksisan.…
Guutuu Dubbisi » -

Maatiin Gaazexeessaa Jamaal Khaashoqjii Rabbiif jecha namoota abbaa isaanii ajjeessanii dhiifama godhuu beeksisan
Ilmi Gaazexeessaa Jamaal Khaashoqjii, Saalah Jamaal Khashoqjii maatii isaanii bakka bu’uun Twitter isaa irratti ibsa baaseen “Halkan guddaa Ji’a kabajamaa…
Guutuu Dubbisi » -

Bulchiinsi Falasxiin deeggarsa meeshaalee Fayyaa Emreets karaa buufata xiyyaara Israa’eliin ergiteef fudhachuu dide
Ministeerri Fayyaa Falasxiin Dr. Mayii Al-Kaayilaa ibsa Khamiisa har’aa kenniteen, Mootummaan Emreets deeggarsa meeshaalee Fayyaa dursee bulchiinsa Falasxiin waliin osoo…
Guutuu Dubbisi »










