header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
EeshiyaaOdeeyfannoo

Maatiin Gaazexeessaa Jamaal Khaashoqjii Rabbiif jecha namoota abbaa isaanii ajjeessanii dhiifama godhuu beeksisan

Ilmi Gaazexeessaa Jamaal Khaashoqjii, Saalah Jamaal Khashoqjii maatii isaanii bakka bu’uun Twitter isaa irratti ibsa baaseen “Halkan guddaa Ji’a kabajamaa kanaa keessatti gara jecha Allahu-Ta’aalaa deebina: Rabbiin Qur’aana Kabajamaa keessatti “Gatiin hamtuudhaa hamtuma ta’a; Namni nama isa miidheef dhiifama godhee aararame ammoo, Ajriin isaa Rabbi bira jirti; Rabbiin Zaalimoota hin jaalatu”nuun jedha jechuun barreesse.

Salaha Khaashoqjii itti dabaluudhaanis “Nuti ilmaan Jamaal Khaashoqjii Rabbii keenna irraa ajrii waan barbaadnuuf, namoota Abbaa keenna ajjeesniif dhiifama godhuu beeksisna”jechuun barreesse.

Gazexeessaa Jamaal Khaashoqjii December 2/2018 qonsila Sa’uudii magaalaa Istaanbulitti argamu keessatti, humnoota tika mootummaa Sa’uudiitiin ajjeefamuun ni yaadatama.

Jamaal kh

2 Comments

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button