Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Suudaan Hidha Laga Abbaay bishaaniin guutuuf waliigaltee akka mallatteessitu gaafii Ityoophiyaa irraa dhihaateef diduu beeksiste
Ministeerri Jallisii Suudaan ibsa kaleessaa baaseen, Ityoophiyaan hidha laga Abbaay ji’a Adoleessaa dhufu irraa eegaltee bishaaniin guutuuf karoora qabatte galmaan…
Guutuu Dubbisi » -

Sa’uudiin torbee Iidaa keessa sochii ummataa guututti kan uggurtu tahuu beeksiste
Sa’uudiin weerarara Vaayirasii koroonaa biyyattii keessatti hammaataa jiru to’achuuf, kanaan dura magaalota heddu keessatti sochii ummataa uggurtee turte. Haata’u malee…
Guutuu Dubbisi » -

Dubbii Himaan Prezdaantii Raashiyaa Vaayirasii Koroonaatiin qabamuu gabaafame
Dubbii himaa Prezdaant Vilaadmiir Puutiin kan tahe Dimtiri Peskov Dhaabbata Odeeyfannoo Interfax jedhamuuf yaada kenneen, dhibee vaayirasii koroonaatiin qabamee hospitaalatti…
Guutuu Dubbisi » -

Waraanni Mootummaa Liibiyaa Hidhattoota Khaliifaa Haftaar irratti haleellaa jalqabuu gabaafame
Hidhattoonni Jeneral Khaliifaa Haftariin hogganaman kan Waraana Biyyoolessa Liibiyaa (LNA) jechuun of moggaasan, guyyoota lamaan dabran misaa’elaan haleellaa magaalaa Tripolii…
Guutuu Dubbisi » -

Masjiidu Towfiq kan Magaalaa Minneapolis keessatti argamu balaa ibiddaatiin miidhamuu gabaafame
Masjiidni guddaan Hawaasa Oromoo kutaa Minnesota magaalaa Minneapolis keessatti argamu, kan Towfiq Islamic Centre jedhamu sababa hin beekamneen gubachuu gabaafame.…
Guutuu Dubbisi » -

Afrikaa Kibbaatti ogeeyyoonni Fayyaa 500 COVID-19’n qabamuu gabaafame
Qorannoo COVID-19 ogeeyyota fayyaa biyyattiif taasifame hordofuun, namoonni 511 dhibee kanaan faalamuu ministeerri Fayyaa biyyatti ibse. Haaluma kanaan Ogeeyyoota fayyaa…
Guutuu Dubbisi » -

Ityoophiyaa keessatti lakkoofsi namoota vaayirasii koroonaatiin qabamuu mirkanaahe 239 gahe
Ministeerri Fayyaa Ityoophiyaa ibsa har’a baaseen, sa’aatii 24 darbe keessatti qorannoo laabratoorii 2171 geggeesseen, nama 29 irratti vaayirasiin koroonaa…
Guutuu Dubbisi » -

Waraanni Ityoophiyaa Xiyyaara Keeniyaa dogongoraan rukutuu amane
Gamtaa Afrikaatti humni nageenyaa Kabachisuuf Somaaliyaa keessatti argamu AMISOM akka beeksisetti, Waraanni Ityoophiyaa dogongoraan Xiyyaara Keeniyaa rukutuu beeksise. AMISOM ibsa…
Guutuu Dubbisi » -

Donald Tramp Yaalii fonqolchaa Prezdaantii Venezweelaa irratti rawwatame keessaa harka kan hin qabne tahuu beeksise
Mootummaan Venezweelaa jalqaba torbee kanaa, loltoota Ameerikaa lama dabalatee hidhattoota 31 prezdaantii biyyattii angoo irraa fonqolchuuf, galaanaa irraan gara biyyattii…
Guutuu Dubbisi » -

Ganda tokkorraa abbootiin warraa 67 Islaamawan
Godina Booranaa aanaa Yaaballoo ganda Diida Yaaballootti Da’awaa dargaggoonni naannichatti wal ijaaruun godhaniin guyyaa kaleessaa abbootiin warraa 67 gahan, kanneen…
Guutuu Dubbisi »









