Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Naannoo Amaaraatti Muslimoonni Da’awaaf garasitti imalan hidhaman
Naannoo Amaaraa iddoo Zeggee jedhamtu kan naannawa magaalaa Bahirdaaritti argamutti Muslimoonni miseensoota Jama’aa Da’waa Tabliigaa fi jiraattoota naannichaa Muslima tahan…
Guutuu Dubbisi » -

Boordiin Filannoo Biyyaalessaa karoora filannoo irratti qaamolee dhimmi ilaallatu waliin marii geggeessaa jira
Boordiin Filannoo Biyyaalessaa karoora filannoo bara 2012 baaseen, guyyaan ummanni sagalee kennu Hagayya 10/2012 tahuu ibse. Haaluma kanaan Boordichi guyyaa…
Guutuu Dubbisi » -

Hawaasni Muslima biyya Keenyaa Qaxar jiraatan haleellaa Masjidoota magaalaa Mooxaa balaaleeffatan
Hawaasni Muslimaa bjyya keenyaa, Qaxar magaalaa Dohaa Jiraatan, January 8, 2020 Imbaasii Itoophiyaa magaalaa Dohaatti argamutti, haleellaa Masjidoota naannoo Amaaraa…
Guutuu Dubbisi » -

Walitti bu’iinsa Barattoota Yuunivarsitii fi humnoota tika mootummaa jiddutti uumameen barattoonni hedduun miidhamuu gabaafame
Rakkoo godinaalee Oromiyaa gama Lixaatti uumameen tajaajilli bilbilaa fi Interneeti addaan cituu, akkasumas dhimma tasgabbii dhabinsaatiin wal qabatee “yaaddoo qabna”jechuun,…
Guutuu Dubbisi » -

Hawaasni Muslima Itoophiyaa Jarman Jiraattan Haleellaa Masjidoota magaalaa Mooxaatti raawwatame balaaleeffatan
Lammiileen biyya keenya Jarman magaalaa Frankfurt jiraatan guyyaa har’aa, haleellaa Masjidootaa fi qabeenya hawaasa Muslimaa naannoo Amaaraatti finxaleeyyiin Ortodoksii raawwatan…
Guutuu Dubbisi » -

Iiraan Xayyaara Yukreen Dogongoraan rukuttee kuffisuu amante
Waraanni Iiraan ibsa ganama har’aa gama Televizhiinaatiin kenneen, Xiyyaarri Yukreen kan guyyaa lama dura buufata Tehraan irraa akkuma ka’een kufee…
Guutuu Dubbisi » -

Hogganaan Omaan Sulxaan Qabuus Bin Sa’id amrii ta’e
Manguddoon waggaa 79 Sulxaan Qabuus Bin Sa’id yeroo dhihoo as dhukkubsatee Beljiyeem fi Jarman keessatti kan yaalamaa ture akka taheefi,…
Guutuu Dubbisi » -

Ameerikaan qondaaltota Iiraan fi dhaabbilee biyyatti irra qoqqobbii haaraya kaahuu beeksiste
Qondaaltonni Ameerikaa akka jedhanitti, qoqqobbiin haarayatti Iiran irra kaahame kun, haleellaa Arba’aa dabre buufata waraana Ameerikaa irratti raawwatameen kan wal…
Guutuu Dubbisi » -

Manni Marii Ulamaa Godina Shawaa Kaabaa Haarayatti Hundeeffame
Manni marii dhimmoota Islaamaa naannoo Oromiyaa caasaa hoggantoota Majlisaa godinaalee fi aanaalee haarawa qophaa’e irratti ummata mariisisuun, caasaa hoggansa Majlisaa…
Guutuu Dubbisi »










