Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-
Giddu galli Islaamaa Taawfiiq Islamic Center Saamame
Masjiidni Taawfiiq ( Tawfiq islamic center) kan Minesootaatti aragamu qaama hin beekamneen Guyyaa Alahadaa September 4 / 2022 kan saamame…
Guutuu Dubbisi » -
Majliisni Naannoo Amaaraa bifa haarawaan hundeeffame
Dhiheenya kana hoggantoonni Majliisa federaalaa gara naannoo Amaaraa imaluun isaanii ni yaadatama. Imala Isaanii kanaanis Muslimoota naannichaa waliin mari’atanii kan…
Guutuu Dubbisi » -
Hooggantoonni Mana Marii dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa Gara Naannoo Sidaamaa imalan
Dhiheenya kana hoggantoonni Majliisa federaalaa daawwannaa naannolee adda addaa eegaluun isaanii ni yaadatama. Haaluma Kanaan guyyaa har’aa (September 3, 2022)…
Guutuu Dubbisi » -
Hooggantoonni Ol’aanoon Mana Maree dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa Magaalaa Bahar Daar seenan.
Prezdantii Majliisa Federaalaa Sheikh Hajjii Ibraahim fi itti aanaan isaanii Sheikh Abdulkariim Sheikh Badraddiin, haaromsa Majlisa haarawaatiif haala mijeessuuf Naannoo…
Guutuu Dubbisi » -
Manni Marii Dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa Ambaasaaddara Emereets waliin mari’achuu beeksise
Jilli mana maree dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa kan Sheikh Hajjii Ibraahimiin durfamu, Itiyoophiyatti Ambaassaddara UAE waliin kan mari’ate tahuu beeksise. Marii…
Guutuu Dubbisi » Manni Marii Dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa Imbaasii Sa’uudii waliin mari’ate
Manni marii dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa imbaasii Sa’uudii waliin wal barnootaa fi Marii gaggeessuu Perezdaantiin M/M/Dh/I/Itiyoophiyaa Sheikh Hajjii Ibraahim himan. Imbaasiin…
Guutuu Dubbisi »Haaji Nuuruu Aadam gara ganda aakhiraa godaanan
INNAA LILLAAHI WA INNAA ILEEYHI RAAJI’UUN Qorataa Qoricha Aadaa fi Ammayyaa akkasuma, Perezdaantii Dhaabbata Naga Eegumsa Biyyaalessaa Duraanii kan turan…
Guutuu Dubbisi »Nama waggaa 70f somba sibiilaatiin harganaa jiru
Diizaayinarri khawnii hundaa Rabbii guddaadha. Isaatu uumamaalee hunda akka isaaniif malutti uume. Qocaa dhakka ba’achiisee umrii dheereyse. Ilbiisota xixiqqoo goflaa…
Guutuu Dubbisi »-
Korri Mana Maree Dhimmoota Islaamaa hoggantoota haaraya muuduun goolabame
Kora Mana Maree Dhimmoota Islaama Ityoophiyaa Guyyaa har’aa Adoolessaa 11/2014 hoteela Sharaatonitti geggeeffameen, hoggantoota majliisaa waggaa sadihiif turan muuduun goolabame.…
Guutuu Dubbisi »