OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Hooggantoonni Mana Marii dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa Gara Naannoo Sidaamaa imalan

Dhiheenya kana hoggantoonni Majliisa federaalaa daawwannaa naannolee adda addaa eegaluun isaanii ni yaadatama. Haaluma Kanaan guyyaa har’aa (September 3, 2022) hoggantoonni Majliisa federaalaa kan Sheikh Hajjii Ibraahimiin hoogganaman Naannoo Sidaamaa seenanii jiru.

 

Naannoo Sidaamaa yeroo gahanittis Aangawoota Mootummaa, hoogganoota majlisa naannichaa, Mashaa’ikoota gara garaatii fi hawaasaa bal’aan simatamanii jiru. Daawwannaa isaanii kanaanis Caaseffama majliisa haarayaa kan bifa haarayaan diriirfamufi rakkoowwan hawaasa muslimaa kan amma dura turan haala kamiin furuun akka danda’amu irratti ni mari’atu jedhamee eeggama.

 

Nuuralhudaa

Soora Qalbii Muslimaa

Comment

Related Articles

Back to top button