header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Majliisni Naannoo Amaaraa bifa haarawaan hundeeffame

Dhiheenya kana hoggantoonni Majliisa federaalaa gara naannoo Amaaraa imaluun isaanii ni yaadatama. Imala Isaanii kanaanis Muslimoota naannichaa waliin mari’atanii kan deebi’an yoo tahu; kanumarratti hundaayuun Majliisni naannoo Amaaraa bifa haarayaan jaaramee jira.

Hundeeffama Majliisa naannichaa kanarratti, ilmaan Ulamaa’ii gurguddoo naannichatti beekkamtii guddaa qabanii aangoo ol aanaa irratti muudamanii jiru. Muudama haaraya kanarratti ilma ilma Sheikh Daangilaa kan tahan Sheikh Jawhar Muhammad Iisaa prezdantii majliisa naannichaa godhamuun kan muudaman yoo tahu, Sheikh Muhammad Anwaar ammoo itti aanaa Prezdantii majliisa naannichaa tahuun muudamaniiru.


Hundeeffama Majliisa naannichaa kana booda caaseffamni hojmaataa haarofni haala milkaawaa taheen kan diriirfamaa jiru tahuunis gabaafamee jira.

 

Nuuralhudaa

Soora Qalbii Muslimaa

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button