Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Markazni Al Rayyaan kan magaalaa Shashamannee guyyaa boruu Eebbifama
Markazni Al Rayyaan kan mooraa masjida Hamzaa keessatti ijaarame, Ijaarsi xumurame guyyaa boruu october 13,2019 iddoo Ulamaa’onni gurguddoon biyya keenyaa…
Guutuu Dubbisi » -

Aanaa Doddotaa magaalaa Dheeraatti Walgahiin Hawaasa Muslimaa guddaan geggeeffame
Kayyoon walgahii kanaa hawaasa muslimaa fi Ulamaa’ota aanaalee godina Arsii fi aanaalee godina Shawaa bahaa wal barsiisuu fi akkasumas dhiimmoota…
Guutuu Dubbisi » -

Balaa Makiinaa Naannoo Amaaraa Aanaa Saqooxaatti mudateen lubbuun nama 17 dabruu gabaafame
Balaan kun naannoo Amaaraa bulchiinsa sablammii Waag Himraa aanaa Saqooxaatti, guyyaa kaleessaa naannawa sa’aa 11:00 kan muudate yoo tahu, Makiinaan…
Guutuu Dubbisi » -

Komishiniin Poolisii Magaalaa Finfinnee Hiriirri guyyaa boruu Addabaabaayi Masqalaatti geggeeffamu kan hin jirre tahuu beeksise
Gareen “BALDIRAAS”jedhee of mooggaase karaa midiyaalee hawaasaatiin, onkololeessa 2,2012 guyyaa boruu magaalaa Finfinneetti hiriira waamuu hordofuun, Komishiniin poolisii magaalaa Finfinnee…
Guutuu Dubbisi » -

Finciltoonni Suuriyaa waraana Turkiyaatiin deeggaraman magaalaa Ras Al-eyin jedhamtu too’atan
Waraanni Turkiyaa finciltoota Suuriyaa “waraana biyyoolessaa” jedhaman waliin tahuun, duula guyyaa afur dura finciltoota Kurdi kanneen Kaaba Suuriyaa keessa maandheffatan irratti…
Guutuu Dubbisi » -

BADHAASA NOOBELII
Badhaasni Noobelii yoom jalqabe? Badhaasni Noobelii bara 1895 nama maqaan isaa Alfred Nobel jedhamu kan lammii Iswidiin ta’een jalqabame. Alfred…
Guutuu Dubbisi » -

Markabni Iiraan boba’aa fe’attee imalaa turte Galaana Diimaa keessatti rukutamuu gabaafame
Haleellaa rokkeetii ganama har’aa Galaana Diimaa keessatti Marka Dhaabbata Boba’aa Iiraan irratti raawwatame kana hordofuun Markabbattiin kan boba’aa jirtu yoo…
Guutuu Dubbisi » -

Magaalaa Baddeysaatti mucaa boolla keessa bu’e baasuuf carraqaa osoo jiran namoonni afur kan biroo lubbuu dhaban
INNAA LILLAAHI WA INNAA ILEEYHI RAAJI’UUN! Godina Harargee lixaa magaalaa Baddeysaatti kaleessaa(October 9,2019) mucaan umrii 13 tokko Salaataaf Wudu’achuuf osoo…
Guutuu Dubbisi » -

Sagantaan Da’awaa guddaan biyya Keeniyaa Magaalaa Naayiroobiitti geggeeffame
Sagantaan Da’awaa kun Jaarmaya Gaaddisa Islaamaatiin kan qophaa’e yoo ta’u, keeysummoonni biyya irraa fi achuma Keeniyaa irraa irratti afeeraman, akkasumas…
Guutuu Dubbisi » -

Turkiyaan naannawa kaaba Suuriyaa finciltooni Kurdi too’atan keessatti duula jalqabuu beeksiste
Prezdaan Rajab Xayyib Erdogaan, Turkiyaan finciltoota Kurdi kanneen daangaa Suuriyaa fi Turkiyaa keessa maandheffatan irratti, lafoo fi qilleensa irraan duula…
Guutuu Dubbisi »










