Gaafii: Namni tokko yoo soommana keessa nyaate takkaahuu dhuge maaltu isarra jira?
Deebisaa: Namni tokko yoo irraanfiin nyaate, irraanfiidhaan dhuge huma takkalleen isarratti hin jiru. Yoo beekaa danta dhabaaf ka dalagu ta’e ammoo, kafre hin jennuun. Ta duraa soommana keessa nyaachuun ma’siyaa guddoodha. Soommana Rabbiin dirqii nurratti godhe ajaja Rabbii didee yoo cabse wanni isarra jiru tawbaa qulqulli. Waan kana wilii akka itti hin deebine dhugaadhaan tawbaa qulqullii tawbachu. Lammeessaa qadaa guyyaa sanii baasu.
Dr. Liwaa’ul Islaam