header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

155: Du’aa’ii godhanii harka dhungatanii dibachuun akkami?

  • Home
  • Ibaadaa
  • 155: Du’aa’ii godhanii harka dhungatanii dibachuun akkami?
Estimated reading time: < 1 min

Gaafii: Namni tokko tokko hogguu duaaii kadhatu harka lamaan isaa dhungatee harkuma san qaamatti dibata.

 

Deebisaa: Rabbiin kadhaa isaatti hoggaa nu kaasu Nabiin keenyallee ? hoggaa nu barsiisu harka olfuudhanii kadhachuun barbaachisa. Harka olfuudhan san dhungachuufi qaamallee diddibuun bid’a. Garuu galgala akka Nabiin keenya ? nuuf himetti hoggaa firaasha irratti olbaatu aayatoowwan ruqyaadhaa sadi sadii qaraatee qaama kee uf dibuun humaa hin qabu. Bakka duaaiitti qaama uf diddibuu garuu daliilli itti hin jiru. Kun bid’aadha.

 

 

Dr. Liwaa’ulislaam

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 143

Kanas dubbisi!

157: Tasbiiha tasbiin godhuun akkami?
91: Garaagaraummaan Qur’aan qara’uufi dhaggeeffachuu maali?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button