header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

157: Tasbiiha tasbiin godhuun akkami?

Estimated reading time: < 1 min

Gaafii: Namni hoggaa salaata irraa bahe tasbiiha godha; gariin namaa tasbeen godha; gariin qubaan godhaa kamtu irra caala?

 

Deebisaa: Irra caalaan tasbiihaa qubaan godhu. Tabsiin ammoo bid’aa yoo sirraa argamtellee humaa hin qabuu itti hin dilooftu. Garuu bid’aa irraa fagaachutu gaari. Akka Nabiin keenya ? nuuf himetti qubaan godhuutu caala. Maalif jennaan guyyaa boruu qubni kee kun dubbachuuf jiraata; ragaa siif baha. Tanaaf jecha akkuma Nabiin keenya ? nuuf himetti kama qubaa caalchisii kaan ufirraa dhiisi.

 

 

Dr. Liwaa’ulislaam

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 1
Views: 191

Kanas dubbisi!

159: Khuxbaarratti aamiin jechuun akkami?
155: Du’aa’ii godhanii harka dhungatanii dibachuun akkami?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button