Gaafii: Namni tokko yoo manaama dhiirti dhalatti eda’amtee dhalaan dhiiratti ida’amte soommanni badee?
Deebisaa: Manamaan dhalaaf dhiirti walitti ida’amuun maniyyiin namarraa bahuun waa takkallee soommanatti hidhaa hin qabdu. Kun waan ati ufirraa fiddee miti waan Rabbiin siin qananiise jechu. Tanaaf jecha saniif jettee soommana kee hin furin huma takkallee rakkoon sirratti hin jirtu.
Dr.Liwaa’ulislaam