header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

239: Haqqisuun Soomana ni balleessaa?

Estimated reading time: < 1 min

Gaafii: Yoo eega soomaaf nyaadhee boodaa garaan na dhukkubee haqqeen na qabatee ji’a ramadaana ka na dhukkubee jennaan harkumaanuu ufirraa haqqisiise taatuu ka ufiin haqqisaan na qabatte taatuu soomni kiyya sun akkamii?

 

 

Deebisaa: Yoo si dhukkubee haqqisaan dirqiin ufumaa sirraa dhufe soomni kee hin badu yoo harkaan ufirraa baafte ammoo soomni kee ni bada. Daliila hadiisaattu jira ka Rasuulli Rabbii ? agarsiisan jechu.

 

Sheikh Alii Jimmaa

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 1
Views: 94

Kanas dubbisi!

247: Somana qadaa bara dabree osoo hin baasin kan itti aanuu yoo seene akkam godhuu qabna?
226: Soomana iddoo jireenyyaatiin alatti soommanuun ni tahaa?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button