header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

247: Somana qadaa bara dabree osoo hin baasin kan itti aanuu yoo seene akkam godhuu qabna?

  • Home
  • Ibaadaa
  • 247: Somana qadaa bara dabree osoo hin baasin kan itti aanuu yoo seene akkam godhuu qabna?
Estimated reading time: < 1 min

Gaafii: Soomana yeroo imaltuu keessa jirru osoo hin soomin soomni biraa dhufee narra dabree akkamiin ta’a?

 

 

Deebisaa: Sooma sirra dabre san qadaadhuma qofa baafta kaffaaraan sirra jiru hin jiru. Toowbaafi ibaadatti jabaadhu garuu. Waan waajiba Rabbii guddaa waqtii isaa bira dabarsitee lammaffaa dhufee sirra dabreef jecha.

 

Sheikh Alii Jimmaa

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 5
Views: 256

Kanas dubbisi!

252: Salaatul Leeyiliin/ salaatni halkanii witrii malee ni tahaa?
246: Hajjii fi niyyadhee umraa yoo raawwadhe akkami?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button