header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

268: Intala nikaha booda osoo waliin hin argin/rafin yoo hiikan mahariin isii akkami?

  • Home
  • Dubartii
  • 268: Intala nikaha booda osoo waliin hin argin/rafin yoo hiikan mahariin isii akkami?
Estimated reading time: < 1 min

Gaaffii: Intala takka yoo nikaha naa godhan, nikaha naa godhanii osoo waliin hin rafin osoo waluu hin argin yoo ka hiiku ta’e mahariin isii akkami?

 

 

Deebisaa: Shari’aan islaamaa yoo intala takka gad dhiisan osoo isiidhaan walitti hin dhufin dura maharii isii wal qixa takka kennuufii qaba; cinaa takka jechu yookaa nuusa tokko kennuufiin jaallatamaadha. Kanaaf iddaallee wanni isiin lakkaawattu hin jiruu maharii isii yoo shantama ta’e 25 kennaaf. Yoo isiin awufii isinii gootee yookaan isiinuu tolinaaf guutuma ufirraa badhaasa kennitaniif taate malee haqqii isii nuusa tokko kennaafii jedhe qalbima isii gammachiisuuf jechu. Suniif wanni akka inni hadiyyaatti kennuuf cufti kama isiiti deeynii itti hin taatu jechu.

 

 

Sheik Alii Jimmaa

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 2
Views: 125

Kanas dubbisi!

269: Dubartiin Surree uffattee Soomuun akkami?
265: Namni tokko nahamatte jedhee yoo na se’ate, Soomni kiyya ni badaa?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button