header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

265: Namni tokko nahamatte jedhee yoo na se’ate, Soomni kiyya ni badaa?

  • Home
  • Dubartii
  • 265: Namni tokko nahamatte jedhee yoo na se’ate, Soomni kiyya ni badaa?
Estimated reading time: < 1 min

Gaaffii: Intalti takka na hamatte naan jettee abbaa manaaa isiitti na himattee abbaan manaa kiyyallee  maaliif isiidhaan akkanatti waldhabdan naan jedhee, abboo ani isiidhaanillee wal hin dhabnee walitti nu araarsi yoo waldhabiinsi jiraate, yoo isiin sitti himatte jedhee ani itti himnaan, ani walitti isin araarsuu yeroo hin qabu naan jedhee, soomni keenyallee akkasumatti dhufee nurra dabree an soomni kiyya akkam ta’aa?

 

 

 

 

Deebisaa: Yoo ka ati nama hin hamatin kama namni lafaa ka’ee akkasumaan ka si waswaase taate, soomni kee nagaya qaba takkallee hin waswaasin.

 

 

Sheik Alii Jimmaa

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 105

Kanas dubbisi!

268: Intala nikaha booda osoo waliin hin argin/rafin yoo hiikan mahariin isii akkami?
262: Hawaasa waliin jiraachuuf jecha ajnabiyyaa harka fuudhuun ni tahaa?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button