header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

280: Salaata Fajrii booda sunnaan jiraa?

Estimated reading time: < 1 min

Gaafii: Salaata fajrii booda sunnaa salaatuun ni danda’aamaahii?

 

 

Deebisaa: Namni tokko salaata jama’aa masjiida dhufee salaatee eega salaata jama’aa irra baheen booda sunnaa salaatuun ni danda’ama Rakkoo hin qabu. Daliillillee hadiisa Rasuulaattu jira ? dalagaan Rasuulaallee ni jiraa jechu. Sunnaan salaata fajrii boodaa hinjirtu garuu wanni jiraa sunnaa fajrii duraa san yoo inni salaata jama’aatiif salaatuu dadhabe, salaata jama’aa salaatee yoo sunnaa silaa duratti salaatan san boodatti salaate ni danda’ama.

 

 

Sheikh Abdurahman Shariif

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 2
Views: 161

Kanas dubbisi!

288: Nama baadiyaa keessa jiraatuu fi poolisii sodaaturra salaatni jama’aa waajibaa?
279: Dhiirri Masjiida dhiisee, salaata manatti salaatuu danda’aa?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

One Comment

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button