header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

289: Abbaan kiyya farsoo akka dhiisu gorse dadhabe, maaltu mala

Estimated reading time: < 1 min

Gaafii: Abbaan kiyya kamrii dhugaa yeroo hedduullee nasiyaa godheefii dadhabee maal godhaa?

 

 

 

 

Deebisaa: Rabbuma kadhadhuuf. Haga dandeette Nasiyallee godhiif. Silaa mootummaan islaamaa jiraattee, bakka mootummaan islaamaa isa adabdu hin jiran. Yoo ka biyya Sa’udii jiru taate, mootummaa itti geessi mootummaan haa tumtu. Akka haddi irra dhaabaniif mootummatti himi. Yoo biyya sa’udii hin jiraatin biyya teenna fa’a, akkasumas biyya biraa yoo jiraate Rabbuma kadhadhuuf. Garuu yoo inni farshoo naa biti jedhe hin bitiniif. Abbaa fi haadha keellee haa ta’uu, waan Rabbiin hin jaalanne keessatti ee jechuun hin ta’u. Mallaqa bitadhuunillee naa kenni yoo ka siin jedhu taate hin kenniniifillee hin bitiniifillee.

 

Sheikh Abdurahman Shariif

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 91

Kanas dubbisi!

290: Nama of ajjeese irratti salaatuun taatii?
266: Ramadaan keessa dubartii isaatiin wajji rafe jaartii isaa irrallee kaffaaratu jiraa?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button