header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

290: Nama of ajjeese irratti salaatuun taatii?

Estimated reading time: < 1 min

Gaafii: Nama uf ajjeese tokko salaata irratti salaatuun ni danda’amaa akkasuma araarama isaa kadhachuun ni jiraahii?

 

 

 

 

Deebisaa: Irratti salaatuun ni danda’amaa akkasuma magfiraallee kadhachuufiin ni danda’ama. Namichi kaafiraa mitii islaamaa. Garuu dilii gurguddoo dalage. Nama islaama turee sheeyxaanumatu lubbuu isaatti fakkeesse. Rabbiin (SW) isaaf haa araaramu. Irratti salaatuulleen ni danda’ama. akkasuma Araaramallee Rabbi gaafatuuniif ni danda’amaa, qabrii islaamatti awwaaluulleen ni danda’ama.

 

Sheikh Abdurahman Shariif

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 231

Kanas dubbisi!

294: Dhiiraa fi dhalaan bilbilaan waliin haasawuu danda’uu?
289: Abbaan kiyya farsoo akka dhiisu gorse dadhabe, maaltu mala
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button