header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

292: Horii haati warraa dalagdee fiddu nyaachuun taatii?

Estimated reading time: < 1 min

Gaafii: Niitii karaa halaalatiin warra isaanii iraa fuudhee anillee biyya araba keessatti dalagaa isiinillee ni dalagdii horii isii san nyaachuun ni danda’amaa?

 

 

 

Deebisaa: Ee ni danda’ama humaa rakkoo hin qabu. Yoo bakki isiin dalagdu sun bakka halaalaa, dalagaa halaalaa, ka masiyaan Rabbii keessa hin jirre taate. Garuu dhiirsaaf niitii ka horachuu qabu dhiirsa. Dhiirsatu dirqama qaba. Yoo ammoo innillee dalagee isiilleen dalagdee walitti ida’atanii waliin jiraatan rakkoo hin qabu. Garuu intalti bakki isiin dalagdu bakka kabajaan isiillee itti eeggamtu, bikka dhiiraaf dhalaan walitti laaqamnillee hin jirre yoo taate humaa hin qabu.

 

 

Sheikh Abdurahman Shariif

 

 

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 101

Kanas dubbisi!

329: Bultiin wallaalummaan karaa haraamaatiin ijaaramte akkami?
281: Qabeenyi haadha warraa waliin argatan, yoo wal hiikan akkam godhama?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button