header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

324: Dhiigni aadaa yoo namatti dhufe, dawaan ofirraa dhoowwuun taatii?

  • Home
  • Dubartii
  • 324: Dhiigni aadaa yoo namatti dhufe, dawaan ofirraa dhoowwuun taatii?
Estimated reading time: < 1 min

Gaafii: Aadaan Ramadaan keessa namatti dhufee dawaan ufirraa dhoowwan akkamii?

 

 

 

 

Deebisaa: Ulamaan gariin wanni jedhan Ramadaana keessa dawaa ufitti godhanii Ramadaan guutuu soomanuun humaa hin qabu. Yoo dawaan sun garaa isii irratti rakkoo hin fidne taate doktoroota nagayaa amananii, mari’ataniinii yoo midhama isii irratti ka hin fidne taate, namaan wajjiin soomuuf yoo goote, hajji irratti akka isii hin rakkifneef yoo goote, humaa hin qabuu jedhan. Ulamaan gariin ammoo maaltu isii rakkisee jedhan. Rabbi ruksaa godheefii maaltu isii rakkisee jennaan dawaa fudhattii jedhan. Kanaafuu uzrii sirra jirtuu fi haala si dirqe laaltee, yoo miidhamni sirra hin geenye, godhuu qabdaa jechuudha. Yoo akkuma Rabbi naaf ruksaa godhetti godha jettellee akkuma ulamaan kaan jette jala bahuu dandeetta.

 

 

Sheikh Alii Jimmaa

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 1
Views: 217

Kanas dubbisi!

330: Nama haraama dalagu kaddamuun hayyamamaa?
323: Nikaahni Waliyyii malee godhamaa?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button