header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

378: Jaarsaa jaartiin wol hiikanii mana tokko kheeysa jiraachuu dandayuu?

  • Home
  • Bultii
  • 378: Jaarsaa jaartiin wol hiikanii mana tokko kheeysa jiraachuu dandayuu?
Estimated reading time: < 1 min

Gaaffii: namni tokko yoo wol hiike jaarsaa jaartiin mana tokko kheeysa jiraachuu ni dandayaa?

 

 

 

 

 

Deebisaa: ee ni dandaya akkuma daabisaa dabarte keessattuu finnettuu baatii sadi mana keessaa gadi hin baasan rabbiinuu ni dhoorke, haga ammoo inni si deeffadhe  jedhuu olbaatee siree isaa irra takkaahuu firaasha isaa irra ol baatee isa wojji ciisuu hin dandeessu  qixaaxa isaatii jecha. Kabajaan intala dhalaa akka eegamtuuf .

 

Dr . Liwaa’ul Islam

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 236

Kanas dubbisi!

379: Sadeeniin si hiike jedhee deeffachuu ni dandayaa?
377: Akkamitti addaan deeman jarri kun wojjiin ture ilmootu jidduu jira duuba ?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button