header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

394: Dubartii dhalte mormatti waa kaayuun akkam?

Estimated reading time: < 1 min

Gaaffii: aadaa keenna biyyatti intalti tokko yoo isiin dhalte waan mormatti kaayantu jira. Worri gariin shirkiidha jedhanii tuni hoo hukmiin isii maali ?

 

 

 

 

 

Deebisaa: yoo aadaa keessatti wonni itti kaayaniif sun shirkii taate shirkuma taatii of irraa dhiisuutu gaari . Waan ofitti tottolfatan kana barbaachisaa miti jechu waan akkasii ofitti kekkeeyyachuun

 

Sheikh Alii Jimmaa

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 0
Views: 73

Kanas dubbisi!

395: Intalti jaarasa jalaa baddee turtee dhufte akkam?
391: Namni intala dubrummaa isii inni fuudhe dhabe akkam qabaa?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button