header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

395: Intalti jaarasa jalaa baddee turtee dhufte akkam?

Estimated reading time: < 1 min

Gaaffii : intala takkatu amata sadi guutuu baddee eegasii ilmaan sadi fudhattee dhuftee nikaaha godhattee maal godhattee?

 

 

 

 

 

Deebisaa: woliyyii malee yoo nikaha godhatan , mahrii isii yoo hin kennin seerri afran yoo hin guutamin nikahni nikaha hin tahuu. Ulamaan gariin aadaa isaaniitti nikaahummaafi worrummaafi yoo fuudhee jiraate nikaahni homaa hin qabuu worra jedhutu jira. Garuu intalti takka yoo nikaha abbaan isii hin kennin akkuma jenne butiidhaan taate eegasii mahriin isiillee waan tahe hin beekkamin , woliyyiin hin kennine , shaahidni hin argamne .kuni hundinuu waan nikaha balleesstii jechuudha

 

Sheikh Alii Jimmaa

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 1
Views: 333

Kanas dubbisi!

399: Osoo umriin heeruma hin gahin heerumsiisuun akkam?
393: Jaarsaa jaartii hiikkaan malee addaan turan akkam ?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button