header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

399: Osoo umriin heeruma hin gahin heerumsiisuun akkam?

Estimated reading time: < 1 min

Gaafii: namni tokko karaa beekumsa ollaatiin na fuudhe an nama san duratti fuula hin beeku gaafa duraa hayyehuma jedhe eegasii nama gaarii ta’uu arge garuu nikaha biyyatti godhani jedhanii ani waa takkallee wonnin beeku hin jiruu ani maaltu narra jira garuu na fuudhanii jiran nikaha godhatanii jiran hin beeka

 

 

 

 

 

 

Deebisaa: wonni sirra jiru eega gaaf! Duraa hayyamtee marhabbaa hin tahaa nafuudhu jechaa hayyamtee jiraatte rakkoon hin jiru tokkittiin sii hafte mahriin kankee hagamii callaa himachuu malte, mahrii kee si gaafachuu malanii waan san adda baafadhu ammoo yoo ati hayyamtee eegasi boodallee mahrii kankee sitti himanii hayyamte fuuti tantee nikaan tantee numa taati rakkoon hin jiru

 

Sheikh Alii Jimmaa

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 1
Views: 321

Kanas dubbisi!

405: Yoo namni tokko ilmoo ofii kana nizaama itti godhuu fedhe akkamii?
395: Intalti jaarasa jalaa baddee turtee dhufte akkam?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button