header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');

397: Bishaan adiin yeroo garii aadaa dhiqadhee argu maali inni hukmiin isaa ?

  • Home
  • Dubartii
  • 397: Bishaan adiin yeroo garii aadaa dhiqadhee argu maali inni hukmiin isaa ?
Estimated reading time: < 1 min

Gaaffii: yoo an aadaa irraa dhiqadhee ka’e bishaan adiin kun natti dhufaa, bishaan adiin kun maali inni hukmiin isaa akkamii?

 

 

 

 

 

Deebisaa: bishaan adiin maniyyii mitii yookaan aadaa ji’aatii mitii , bishaan adiin gariin dubartii irraa bahu worri ulamaan gariin ruxuubatal farji jedhan, jiidha qaamni saalaa gadidhiisu maleewaan birootii mitii jedhan. ulamaan gariin ammoo yoo inni faana fincaanii irra dhufe yoo madiyyii dhaafi yoo wodiyyii ta’ellee ifirraa dhiqachuu qabanii najaasummaadha qabaa of irraa dhiqachuu qabanii jedhan haala isaatiifi faata isaa gargar beekuutu sirra jiraa jechuudha. yoo jiidhuma adii sirraa deemu ta’ee fi yoo madiyyii fi yookaa wodiyyii ta’u taate gargar beekuun sirra jira

 

Sheikh Alii Jimmaa

Tags:
Gaafii kanaaf deebisaa argattee?
hin arganne 4
Views: 291

Kanas dubbisi!

398: Nama rakkoo baasa jedhanii rakkotti oofuun akkam?
395: Intalti jaarasa jalaa baddee turtee dhufte akkam?
Yoo gaafii biroo qabaatte tikeeta haaraya banii gaafii kee ergadhu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button